kiyyoo

kiyyoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from kiyyoo, Computers (Brand), mesela, Cape Town.

30/07/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

29/07/2026

Kamisa borii

Furtuu Rakkinaa sirraa fudhee 🔑
Furtuu qanaaniiti siif ha jijjiruu 🔑

26/07/2026

🧠 Seerota Yaada Hiyyummaa:
Maaliif Maallaqa Argatan Dhabu, Yoo Dhaban Immoo Dhiphatan?

"Rakkoon koo maallaqa dhabuu dha!" jettee yaaddaa? Yoo akkas ta'e dogoggorteetta.

Rakkoon kee maallaqa dhabuu miti; yaada kee waa'ee maallaqaa (Money Mindset) irratti qabdudha.

🔥 Kiyyoo Hanqinaa (The Scarcity Trap)

Yeroo mindaan yookaan maallaqni muraasni harka kee seenu, wanti sammuun kee jalqaba yaadu:

"Maallaqa kanaan maalin bita?" jedhuudha.

- Maallaqni ni seena ➜ Battaluma sanitti baasii hin barbaachifne baasta.
- Maallaqni ni dhuma ➜ Harka duwwaa hafte.
- Yaaddoon ni jalqaba ➜ Hanga maallaqni itti aanu dhufutti liqiidhaan jiraatta.

Kun carraa miti; seera yaada hiyyummaati.

💥 Dhugaa Hadhaa'aa Sadii

1. Maallaqa baasuuf yaaduu malee, maallaqa baay'isuuf hin yaadan

Namni yaada hiyyummaa qabu yeroo maallaqa argatu meeshaa bita. Namni qabeessi garuu yeroo maallaqa argatu, waan maallaqa dabalataa isaaf argamsiisu irratti invastii godha.

2. Qabeenya hin qabne agarsiisuuf yaaluu

Namoota siif hin yaadne dinqisiifachuuf jecha, maallaqa hin qabne meeshaalee qananiif balleessita.

3. Yaada sodaa

"Bor maallaqni ni dhuma" jechuun sodaattee osoo hin yaadiin ariitiidhaan baasta. Sammuun kee maallaqa kuusuu caalaa balleessuu irratti boqonnaa argata.

💡 Akkamitti Kiyyoo Kana Keessaa Baata?

✅ Osoo hin baasiin dura ofiif kaffali. Maallaqni yeroo siif galu keessaa yoo xiqqaate 10%–20% invastimantiif adda baasi.

✅ Qabeenya of hojjetu (Asset) ijaarradhu. Meeshaa maallaqa si baasisu osoo hin taane, waan maallaqa siif galchu bitadhu.

🚨 Dhugaa Hadhaa'aa:

Qabeessa ta'uun baankii kee keessatti osoo hin jalqabiin, yaada kee keessatti jalqaba.

Har'a sammuu kee yoo hin jijjiirre, bor maallaqa miliyoona tokko illee yoo argatte, yeroo muraasa booda deebitee hiyyeessa ta'uun kee hin oolu.



Telegram Group: https://t.me/DhangaaBizinasa

23/07/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa

23/07/2026

Halkan Jumu'aatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba?
قال الله تعالى👇
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا
Rabbiin ol ta'e ni jedhe:
Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56)

وفي الحديث👇
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا،
Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW)
( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي )
Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan.
اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،

23/07/2026

Mee Dhugumatti Namni Ergamaa Rabii Onnee irraa Jaalattu Qofti Daqiiqaa takkaaf dhaabadhuu Salawaata iratti busii●𝐒allu 𝐀la 𝐍abi♤ﷴ۝ﷺ💝♤✍️

23/07/2026

Dubbisi mee Babaye❤️🙏🏾
↪DHAAMSA SHAN "5" ERGAMAA RABBIITIRRAA [S.A.W]

~~~~~~~~~~~~~~~~~~~

Gaaf tokko "Rasuulli "Rabbii sallallaahu Aleyhi wosallam.

sahaabaa isaatiin wajjiin osoo taa'utti jiruu akkana ja'een

mee eenyuutu isin keessaa jacha kana narraa fudhatee itti dalaga [hujitti hiika]
takkaa jacha kiyya kana narraa fuudhee nama itti dalagu barsiisa ?

■Hugguu kana "Abuu hureeyraan [R.A] isaan keessaa anaatuu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa Rabbii ja'een.!!

Hugguu kana "Rasuulli ●Sallalahu Aleyhi wosallam ▪ harka [abuu hureeyraa] qabee waa shan👉 "5" lakkaawee itti hime.

↪1~Daangaa RABBII eeggadhu [tiiy fadhu] nama haalaan RABBI gabbaru taataa.

↪2~waan RABBIIN siif qoodee [siif murteeyse] jaaladhu irra dureeysa namaa taataa.

↪3~Ollaa keetiif tola oli [gaarii itti dalagi] nama dhugaan iimaana qabu [mu'umina] taataa.

↪4~Waan lubbuu teetiin jaalattu namaaniis jaaladhu nama qaalii RABBII jala butame [muslima] taataa.

↪5~Hedduu kofla hin baayyisin hedduu kofla baayyisuun qalbii ajjeeftii je'aniin.

■YAA RABBI WARRA DHAAMSA RASUULAA
Sallallahu Aleyhi wosallam HUJITTI HIIKEE ADDUNYAA FI AAKHIRATTI MILKII GAARII ARGATE NU TAASISUU

"Kheyrii jechuun waanuma Akkanaati Yoo wol irraa fudhannee

●share ▪ Godhaatii waliif Qoodaa
WAL KAKAASU KARRA RABII RASULLIRATI
Amaantaan Islaamaa dandii janatatii Kanaf barachun nubarbachisa share godha❤️⭐️

23/07/2026

𝐤𝐨𝐭𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐥𝐚𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐤𝐞 𝐫𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐟 𝐡𝐚 𝐭𝐨𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐰𝐚𝐭𝐚𝐚𝐛𝐮𝐬𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐧𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐦𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝
𝐒 𝐀 𝐖︻╦╤─ ҉ -¨ * ‧₊˚*♡ * *” ♡. ♡
︻╦╤─ ҉ -¨ * ‧₊˚*♡ * *” ♡. ♡
︻╦╤─ ҉ -¨ * ‧₊˚*♡ * *” ♡. ♡
(ღ˘⌣˘)♥ ℒ♡ⓥℯ ㄚ♡ⓤ
(ღ˘⌣˘)♥ ℒ♡ⓥℯ ㄚ♡ⓤ
(ღ˘⌣˘)♥ ℒ♡ⓥℯ ㄚ♡ⓤ
ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ♡ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ
ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ♡ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ

23/07/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

Injifannoo Boonsaa Barattoonni Kutaa 8ffaa Aanaa Shanan Dhuuggoo Bu'aa Olaanaa Sadarkaa Oromiyaatti Galmeessaniiru Barat...
22/07/2026

Injifannoo Boonsaa Barattoonni Kutaa 8ffaa Aanaa Shanan Dhuuggoo Bu'aa Olaanaa Sadarkaa Oromiyaatti Galmeessaniiru

Barattoonni Kutaa 8ffaa manneen barnootaa Aanaa Shanan Dhuuggoo qormaata Kutaa 8ffaa irratti hojii isaanii cimaa, qophii gahaa fi deeggarsa barsiisotaa, maatii fi mootummaa irraa argatan bu'uura godhachuun bu'aa nama gammachiisu galmeessaniiru.

Injifannoon kun hojii waloo mootummaa, hoggansa barnootaa, barsiisotaa, maatii fi hawaasa bal'aa waliin taasifame keessaa kan madde yoo ta'u, sadarkaa barnootaa fooyyessuu keessatti milkaa'ina guddaa agarsiiseera.

Barattoota keenya bu'aa kana galmeessaniif baga gammaddan jechuun ergaa keenya dabarsina. Akkasumas barsiisota isaanii, hoggantoota manneen barnootaa, maatii fi qaamolee hojii kana keessatti gahee isaanii bahatan hunda galateeffanna.

Injifannoon har'aa ka'umsa injifannoowwan caalaa guddoodha. Barattoonni keenya sadarkaa itti aanuttiis ciminaan baratanii mootummaa fi uummata isaanii akka boonsan hawwina.

Baga gammaddan! Baga injifattan!

Address

Mesela
Cape Town

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when kiyyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share