Gidduu Gala ItiyooTelekoomii

Gidduu Gala ItiyooTelekoomii Call me 0919317934

25/07/2025
25/07/2025

🙏 Galata Nu Waliin Ta’uu Keessaniif!

🎊Karoora bara baajataa 2017 akkasumas istiraateejii guddina hoggansa waggoottan sadii milkaa'ina olaanaadhaan xumuruu keenya sababeeffachuun kennaawwan daataa GB1, daqiiqaa15 waamicha biyya keessaa fi ergaa barreeffama gabaabaa 25 dabalataanis fayyadamtoota teeleebirri SuupparAappii ta’uu keessaniif immoo daataa GB1 kennaadhaan isiniif arjoomnee jirra!

🎁Kennicha hanga Adoolessa 20 bara 2017 tti halkan sa’aatii 6:00 hanga galgala sa’aatii 12:00 tti fayyadamuu ni dandeessu.

Nu Waliin Ta’uu Keessaniif guddaa Galatoomaa!

16/06/2025


Rabbirraa Leenjisaa: Dargaggeessa umrii 25tti dhaabbilee shan hundeessee seenaa galmeesse
************
Gaazexaa Bariisaa

Ganaa umriinsaa waggaa 13 osoo jiruu, deggersaafi gargaarsa maatii jalaa bahee hanga humnasaatti waan danda’e hojjatee of gargaaruun umrii ijoollummaa, ijoollee hedduun taphaan itti dabarsitutti harka tokkoon barachaa harka kaaniin hojjachaa of ijaaruun seenaa dalaguu eegale.

Osoo qaamaan guddatee harkisaa hammachuudhaaf hinbilchaannetti faayidaa hammachuu baree kan lafatti sarare, barataa yunivarsitii ta’ee osoo jiruu kutaalee Oromiyaa garaa garaatti imalee dargaggoota 3,800 kan ijaare, gaafa qabsoo dura hiriiree gaafa nagaas misoomatti...

Guutummaasaatiif👇
https://press.et/oromifa/2025/06/14/rabbirraa-leenjisaa-dargaggeessa-umrii-25tti-dhaabbilee-shan-hundeessee-seenaa-galmeesse/

🎁 Kuufama Addaa Ayyaana Irreechaa!Filannoo kan Guyyaa, Torbanii fi Ji'aa kan dhiyeessine kuufamoota moobaayilaa addaa te...
06/10/2024

🎁 Kuufama Addaa Ayyaana Irreechaa!

Filannoo kan Guyyaa, Torbanii fi Ji'aa kan dhiyeessine kuufamoota moobaayilaa addaa teeleebirrii suuppar Aappiidhaan ykn *127 # bitadhaa; namoota jaallattaniif kennaadhaan arjoomaa!

teeleebirrii suuppar Aappii https://t.me/Gidduu_Gala_Telecom_Safaricom_et irraa buufadhaa!

🎉Ayyaana Irreechaa Gaarii!



06/10/2024

እንኳን ለ2017 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessan!

11/07/2024

Itiyoo Telekoom galii birrii biiliyoona 93.7 argate

JMN Afaan Oromoo, Finfinnee (Adoolessa 3, 2016)

Itiyoo Telekoom bara baajataa 2016tti galii birrii biiliyoona 93.7 argachuusaa beeksise.

Hojii gaggeessituu olaantuu Itiyoo Telekoom Firehiiwoot Taammiruu raawwii hojii bara baajataa ilaalchisee ibsa kennaniiru.

Ibsa isaanii keessatti dhaabbatichi dhaabbilee telekoomii addunyaa 778 keessaa sadarkaa 17ffaa, Afrikaa keessatti dhaabbilee telekoomii 195 keessaa sadarkaa 2ffaa irra taa’uu akka danda’e ibsaniiru.

Bara baajataa kana keessa lakkoofsi maamiltoota dhaabbatichaa miiliyoona 78.3 akka ga’e ibsuun, bu’aa Birrii biiliyoona 21.79 argachuus himaniiru.

dhugaa fi waqtaawadhaaf
Facebook Afaan Oromoo...... https://www.facebook.com/Jirraa.MN.TV
YouTube Afaan Oromoo...... https://www.youtube.com/channel/UCzHVhYiI6yuW0a6Thw6LXrQ
Telegram Afaan Oromoo..... https://t.me/+dJeRJigvoTA3ZGZk
Website...... Jirraamedianetwork.com
Whatsapp Afaan Oromoo..... https://chat.whatsapp.com/H40o0V92PkA8iILQMxhclU
Tiktok...... https://vm.tiktok.com/ZMYndFoYu/. Nu hordofaa

JMN Sagalee Haqaa

Buufata boba’aatti, kaaffeewwanitti,  Manneen nyaataatti ykn Bakka kamittuu daldala  raawwattanii keessumsiisa isiniif g...
03/11/2023

Buufata boba’aatti, kaaffeewwanitti, Manneen nyaataatti ykn Bakka kamittuu daldala raawwattanii keessumsiisa isiniif godhametti yoo gammaddan teeleebirri suuppar-aappii http://onelink.to/fpgu4m tiin tiippii/kennaa laachuu ni dandeessu!
teeleebirrii – Salphaa, Saffisaa, Mijataa fi Amansiisaa!

21/04/2023
Sadaasa 7, 2015 Qooda Ityoo-Telekoom %40 damee dhuunfaaf gurguruuf har'aa eegalee caalbaasiin idil addunyaa ni ba'a- Min...
16/11/2022

Sadaasa 7, 2015 Qooda Ityoo-Telekoom %40 damee dhuunfaaf gurguruuf har'aa eegalee caalbaasiin idil addunyaa ni ba'a- Ministeera Maallaqaa

Mootummaan Telekoomii 3ffaa dhuunfaaf dabarsuuf dhabbileen Telekoomii Idil Addunyaa akka itti hirmaatan waamicha dhiyeesseera.

Qooda Ityoo Telekoom %40 damee dhuunfaatti dabarsuufi dhaabbata tajaajila teelekoominikeeshinii 3ffaarratti bobba’uuf eeyyama laachuuf caalbaasii kan baasu ta’uu Ministeerri Maallaqaa ibsa har’a baaseen ifoomseera.

Dhaabbileen Telekoomii idil addunyaa kanneen amma hojiirra jiran Ityoo Telekoomiifi Saafaarii Koomitti makamuu barbaadan har’a irraa eegaluun hanga Mudde 7, 2015’tti gama marsariitii ministeerichaa fedhiisaanii akka beeksisan gaafateera.

Waliigaltee amma uumame bu’uura godhachuufi haala idil addunyaa tilmaama keessa galchuun Safaarii Koom dabalataan dhaabbanni tokko tajaajila telekoomii akka eegaluuf caalbaasiin ba’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideefi Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi ibsa guyyaa har’aa laataniin himaniiru.

Baga Ayyanaa Irreechaa,Masqalaattin isin gahe jecha gidduu galii raabsaa Kaardii mobaayilaa fi SIM Kaardii  Ayyanaa Iree...
26/09/2022

Baga Ayyanaa Irreechaa,Masqalaattin isin gahe jecha gidduu galii raabsaa Kaardii mobaayilaa fi SIM Kaardii Ayyanaa Ireecha,Masqalaattin walqabate hanga Fulbana 30/2015 tti paarsantii %25 hirachuun isiin beeksisuuf ta’a Gidduu gala raabsaa keenyatti kottaa fayyadamaa isiniin jedhana !!

Address

Bantu Tole
Bantu Township
IBSA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gidduu Gala ItiyooTelekoomii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share