Biftuu ganamaa page

Biftuu ganamaa page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biftuu ganamaa page, Information Technology Company, Riyadh.

Jaartii umrii 100, daa'ima umrii 2, dubartii ulfaa walloo keessatti faashistiin Abiyyi dirooniin kan rukutee umriin hafa...
23/11/2021

Jaartii umrii 100, daa'ima umrii 2, dubartii ulfaa walloo keessatti faashistiin Abiyyi dirooniin kan rukutee umriin hafan keessaa isaan muraasa.

23/11/2021

Aanaa Ambootti buufanni waraanaa Abiy kan loltoota 250 qabatee ture guutummaatti barbadaa'e, waraanni lubbuun hafes faffaca'ee lubbuu baafataa jira. Buufanni loltootaa kun aanaa Amboo magaalaa Xulee jedhamu keessa ture. Magaalli kun buufata gabaa guddaa kan gandoonni hedduun itti imalanii wal daldalatanidha. Mootummaan sochii waraana keenyaa dhaabsisuuf jecha torbanoota lamaan darban dura loltoota lakkoofsaan hedduu bakka kana qubsiisee ture. Finciltoonni falma bilisummaa halkan walakkesssa erga magaala Xulee marsaniin booda loltoota kanaaf ergaa akka karaa nagaa harka kennatan karaa jiraattotaa dhaamaniif waraanni kun dhugaa itti fakkaanne, booda keessa humnaan cabsanii itti seenuun tarkaanfii irratti fudhatameera!

Booji'aa Caalii

Walloo kamisee kessaatti aliyyi husseen bulchaa godinaa ta'uun tajajilaa jiraa Tokkummaa seid itti gaafatamaa waraanaa g...
20/11/2021

Walloo kamisee kessaatti aliyyi husseen bulchaa godinaa ta'uun tajajilaa jiraa Tokkummaa seid itti gaafatamaa waraanaa godinichaa tahuun tajajilaa jiraa ummanni keenya walloo kamisee hedduu itti gammadaa jiraa hojii isaanitti bilisummaan xiqqoo hin qabduu kun illeen bu'aa qabsoon keenya fideedha!!!.

Oduu gaddaaGodinaa Shawaa Lixaa Anaa Noonnooti Ummanni Nagaa 16 Shiftaa Amaraa Kan Abiiyyin Bobaaseen Ajjefaaman😭😭😭😭
20/11/2021

Oduu gaddaa

Godinaa Shawaa Lixaa Anaa Noonnooti Ummanni Nagaa 16 Shiftaa Amaraa Kan Abiiyyin Bobaaseen Ajjefaaman😭😭😭😭

20/11/2021

Godina Shawaa Kaabaa aanaa Kuyyuu keessati hidhamtoota mana hidhaati baasaa rashanaafii rashansisaa kan turan:-
1. Komaandar Abbabee Tafarraa fi
2. Inispeekter Darajjee kan jedhan komaandaroonni Humna Addaa Poolisii Oromiyaa ergamtoota isaanii waliin magalaa Garba Guraachatti gara hin deebine ergamanii jiru.

Humni waloo WBO fi TDF erga kaleessa mahal meedaa too'atanii imala gara fuula duraa itti fufuun guyyaa har'aa magaalaa z...
20/11/2021

Humni waloo WBO fi TDF erga kaleessa mahal meedaa too'atanii imala gara fuula duraa itti fufuun guyyaa har'aa magaalaa zemroo jedhamtu too'ataniiru.

Hawwiin oromoon jarraa meeqaaf hawwaa turee alabaa tana dhabbachuufi mirgaa namummaa fi mirgaa lubbuun jiraachu isaa kab...
16/11/2021

Hawwiin oromoon jarraa meeqaaf hawwaa turee alabaa tana dhabbachuufi mirgaa namummaa fi mirgaa lubbuun jiraachu isaa kabachisuuf fi lafaa isaa irraatti abbaa biyyaa tahuu mirkaneeffachuu turee kinoo har’a fagoo miti dhihootti arguuf teessaa oromoon ni bilisomti urgaa bilisummaatis argaa jirraa✊❤️💚❤️

Address

Riyadh
12211

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftuu ganamaa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share