Walif Technology

Walif Technology welcome

Wa'ee Kanfaltii Digital Ethiopia Baruu yoo barbadaan Link kanaan seenaa.
09/01/2026

Wa'ee Kanfaltii Digital Ethiopia Baruu yoo barbadaan Link kanaan seenaa.

Itiyoophiyaan Istiraateejii Kaffaltii Dijitaalaa Biyoolessaa (2026–2030) hojiirra oolchuudhaan gara sirna maallaqa harkatti hin qabneetti (cash-lite economy) cehuu irratti argamti.

Oduu AddaaTamsaasni Televizhiinii biyya keenyaa OBN irraa kan hafe sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’...
14/11/2025

Oduu Addaa
Tamsaasni Televizhiinii biyya keenyaa OBN irraa kan hafe sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudateen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citeera.

Sababa Kanaan tamsaasni Televizhiinii buufataalee televizhiinii biyya keenyaa hedduun adda citeera.

Tajaajilicha deebisuuf hojjetamaa waan jiruuf diishii keessan hin xuxuqiinaa achuma irratti ni deebi'a!

OBN qofati hojjeta.

14/10/2025

Garaagaruummaa imoo Lite Fi Imoo HD 🤙🎯

14/10/2025

Address

South Jakarta

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walif Technology posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share