17/04/2026
"Yesterday, Mary Help College marked a historic milestone with the cornerstone laying ceremony for a new two-story building, supported by the Fondazione Nuovo Fiore In Africa and implemented by the Salesian Sisters. The event was graced by Nuovo Fiore President Riccardo Bragila, board members Alessia Ghezzi , Laura Piodi Stumm and Chiara Cantoreggi; Sr. Marie Dominique, Provincial of the Salesian Sisters in Ethiopia, Sudan, and South Sudan; and Mr. Kedir Tibesso, Deputy Head of Batu Town Job Creation and Vocational Office. This expansion will introduce vital new programs which are opening doors of employment opportunity for youth—especially women—in Batu town and surrounding areas, empowering them to build brighter futures through quality vocational training."
"Kaleessa, Kolleejjiin Meerii helpii sirna dhagaa bu'uuraa kaa'uu gamoo haaraa abbaa darbii lamaa, Faawundeeshinii Nouvo Fiore'n deeggaramee fi Sistarootaa Saaleziyaan hojiirra oolchuun milkaa'ina seena qabeessa ta'e. Sagantaa kana kan miidhagsan Pirezidaantii Faawundeeshinii Nouvo Fiore'n Ricardo, miseensota boordii Laura, kii'ara, fi Alessia; Sr. Maria Dominic, hogganaa Sistarootaa Saaleziyaan Itoophiyaa Sudaan fi Sudaan Kibbaa;fi Obbo Kedir Tibesso, Itti Aanaa Hogganaa Waajjira Hojii Uumuu fi Ogummaa Magaalaa Baatuudhaa. Babal’inni kun sagantaalee haaraa barbaachisoo ta’an kanneen dargaggootaaf-keessattuu dubartootaa magaalaa Baatuu fi naannoo ishee keessatti carraa hojii Akka banaa abdii gona. leenjii ogummaa qulqullina qabuun egeree ifa ta’e akka ijaaran isaan dandeessisa.
"በትላንትናው እለት ሜሪ ሄልኘ ኮሌጅ በኖቮ ፊዮሬ ፋውንዴሽን እና በ ሳሊዝያን ሲስተሮች በተደረገ የትብብር ድጋፍ ባለ ሁለት ፎቅ ህንፃ የመሰረት ድንጋይ በማስቀመጥ ታሪካዊ ክንውን አስመዝግቧል። ዝግጅቱ በኖቮ ፊዮሬ ፋውንዴሽን ፕሬዝዳንት ሪካርዶ፣ የቦርድ አባላት ላውራ፣ ኪያራ እና አሌሲያ፣ ሲ /ር ማሪያ ዶሚኒክ የሳሌሲያን ሲስተሮች ኃላፊ በኢትዮጲያ በሱዳን እና በደቡብ ሱዳን ፣ አቶ ከድር ቲቤሶ የባቱ ከተማ መስተዳድር የስራ እድል ፈጠራና ሙያ ጽ/ቤት ምክትል ኃላፊ በተገኙበት ተከናውኗል።ይህ ማስፋፊያ በባቱ ከተማ እና አካባቢው ለሚገኙለወጣቶች በተለይም ለሴቶች የስራ እድል የሚከፍቱ አዳዲስ ፕሮግራሞችን ያካትታል። ይህም ጥራት ያለው የሙያ ስልጠና በማግኘት ብሩህ ተስፋን ለመገንባት ያስችላል።
Batu Community Media
fans
Mary Help Catholic School Batu - Zway
Salesian Sisters AES
ሰላም ካቶሊክ ቲቪ Pax Catholic TV