Hundee Training Institute

Hundee Training Institute We train human being for the brighten tomorrow

For individuals travelling to Arab countries. We provide quality training within a short period of time and certify COCf...
07/12/2025

For individuals travelling to Arab countries.

We provide quality training within a short period of time and certify COC

for further information
πŸ‘‡
0985850551

Happy Eid Al Adha for all Muslim religion followers!Wishing you peace, joy, and blessings.
06/06/2025

Happy Eid Al Adha for all Muslim religion followers!

Wishing you peace, joy, and blessings.

Happy Ethiopian Easter!May this holiday provide you happiness, joy, and peace.        #2025
19/04/2025

Happy Ethiopian Easter!
May this holiday provide you happiness, joy, and peace.

#2025

Warra baranaa kan bara egeree
30/03/2025

Warra baranaa kan bara egeree

Hundee Domestic Works Training Institute wishes you a happy epiphany celebration!
19/01/2025

Hundee Domestic Works Training Institute wishes you a happy epiphany celebration!

Dhaabbanni Leenjii Hundee uummata Oromoo maraan addatti immoo hordoftoota amantii Waaqeffannaatiin baga ayyaana   nagaad...
04/10/2024

Dhaabbanni Leenjii Hundee uummata Oromoo maraan addatti immoo hordoftoota amantii Waaqeffannaatiin baga ayyaana nagaadhaan geessan jedha.

Ayyaanni kun kan jaalalaa, kan gammachuu, kan milkii fi kan nagaa akka isiniif ta'u hawwa!

Ayyaana nagaa fi araaraa!



26/09/2024

Dhaabbanni Leenjii Hundee hojjettoota, maamiltoota fi hawaasa keenya mara warreen ayyaana kana kabajaniin baga ayyaana Masqalaa nagaadhaan geessan jedha.
πŸ’₯
γ€Šγ€‹
β– 
Masqalli "mootii ayyaanaa" jedhamuun kan uummata keenya biratti beekamu; itti gala barii birraa fi ayyaanota birraa kabajamaniiti. Kanarraa ka'uun ayyaanichi miira olaanaa ta'een kan kabajamudha. Firriif aanteen sababa waktii gannaatiin addaan fagaates wayita itti walitti qabamudha.

Irra deebiin ayyaanichi kan jaalalaa, nagaa, gammachuu fi milkii akka isiniif ta'u hawwina.

Dhaabbanni Leenjii Hundee leenjitootaa fi leenjistoota dhaabbata keenyaa akkasumas maammiltootaa fi hawaasa keenya maraa...
11/09/2024

Dhaabbanni Leenjii Hundee leenjitootaa fi leenjistoota dhaabbata keenyaa akkasumas maammiltootaa fi hawaasa keenya maraan baga nagaan bacaqii gannaa hulluuqxanii booqaa birraatti baatan jedha🌻🌼🌻

Birraa fi barichi fuulduraa kun kan milkii, gammachuu, fayyaa, dagaaginaa, bara hojjettanii itti argattanii fi bara barattanii fi leenjitanii itti milkooftan isiniif haa ta'u.

Akkuma baroota kaanii bara kanas dhaabbanni keenya ogummaalee beekamtii ittiin qabu maraan leenjii qulqullinaa fi sadarkaa isaa eeggate; bu'uuraalee misoomaa guutuu fi leenjistoota naamusaa fi muuxannoo gaggaarii qabaniin kennuu isaa kan itti fufu tahuusaa isin beeksisna.
Ogummaaleen ittiin leenjii kenninu
1. Domestic Works (warreen biyyoota alaatti imalaniif)
2. Afaanota garagaraa (Oromoo, Amaaraa, Ingilishii, Arabaa fi kkf)
3. Computer (sooftiweerota adda addaa fi haardiweerii)

Kanaafuu warreen dhaabbata keenyatti dhuftanii barachuu barbaaddan ammuma galmaa'aa isiniin jenna.

Irra deebiin barrii fi birraan kun kan milkii haa ta'u jenna.
🌻🌻🌼🌼
Ayyaana nagaa fi jaalalaa!

We are on registration!Contact us
19/08/2024

We are on registration!
Contact us

Address

Sheger City
Sululta

Telephone

+251985850551

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundee Training Institute posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hundee Training Institute:

Share