Urjii Graphics

Urjii Graphics Boru gaaf biraati

Kamtuu wayya?Afaan sukkummadhe Garaatti qabadhee Haa haftuu jedhee dhiisu Moo dubbadhe duchisiisu Kamtuu wayya? Isa kam?...
03/10/2024

Kamtuu wayya?
Afaan sukkummadhe
Garaatti qabadhee
Haa haftuu jedhee dhiisu
Moo dubbadhe duchisiisu

Kamtuu wayya? Isa kam?
Dubbadhe digdiguu
Daaratti gadii dikuu

Kamtuu wayya? Isa kam?
Itti dhiise bulfadhuu
Bar tokko dubbadhu

✍️✍️ Biruk Tamirat

Repost Nuuf Godha Seenati Dorgomiitti jirra!Link kinoo👇👇
06/08/2024

Repost Nuuf Godha Seenati Dorgomiitti jirra!
Link kinoo👇👇

101 likes, 16 comments. “Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa jijjiirama guddaaf kan Onnate💪 Bank of Oromia Bank of Oromia 🖤❤️🤍”

Theatre 🎭 Tiyaatira Hawwataa fi Barsiisaa Ta'e Magaalaa Guddittii Biyya Oromiyaa FinfinneettiAkka si bira hin darbine Mo...
31/07/2024

Theatre 🎭
Tiyaatira Hawwataa fi Barsiisaa Ta'e Magaalaa Guddittii Biyya Oromiyaa Finfinneetti
Akka si bira hin darbine



Moata A.

Si’iin….Gaarummaakee;Namni kamuu sirraa hin eegu Ofirrattuu,Sammuun kankee argee hin beeku.Si’iin….Hammeenyakee;Bicuutu ...
11/06/2024

Si’iin….
Gaarummaakee;
Namni kamuu sirraa hin eegu
Ofirrattuu,
Sammuun kankee argee hin beeku.

Si’iin….
Hammeenyakee;
Bicuutu biyya waliin gaha
Shira kankee,
Qilleensiyyuu ragaa baha!

Si’iin….
Guyyaa ta’e,Lafaa ol ka’ee…
Dacheen kunuu,
Siin madaa’ee si komata
Waaqa uumaatti si himata…..jedheen shakka!
Waadaa Getaachoo

Nagaan koottu   !Baga Milkoofte Koode Gurraattii !
30/01/2024

Nagaan koottu !
Baga Milkoofte Koode
Gurraattii !

Whether people believe you or not, you doAlways be real! We will overcome the darkness!
16/11/2023

Whether people believe you or not, you do
Always be real! We will overcome the darkness!

 Warabii Video sirbaa Fi FilmiiDokimenterii Guutu ni Hojjanna
17/11/2022


Warabii Video sirbaa Fi Filmii
Dokimenterii Guutu ni Hojjanna

Waankoo tube  Baraan Baranee Gurraacha Waloo Jabduwwaan Koo!
17/09/2022

Waankoo tube
Baraan Baranee
Gurraacha Waloo
Jabduwwaan Koo!

Anaa Dhufu Falmii Koo!
08/09/2022

Anaa Dhufu Falmii Koo!

Address

Menes OTA
Medida
GOOMBISTOOTA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urjii Graphics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Urjii Graphics:

Share