Urjii Bahaa Tech Solution

Urjii Bahaa Tech Solution We Build Digital Future Generation

13/08/2025
13/08/2025
03/07/2025
05/11/2024
04/11/2024
Carraan warqee isin hin dabrin!  🙏 Leenjiin koodaroota Itoophiyaa tolaan toora interneetii irratti galmaa'ee leenji'uu w...
24/10/2024

Carraan warqee isin hin dabrin! 🙏

Leenjiin koodaroota Itoophiyaa tolaan toora interneetii irratti galmaa'ee leenji'uu waan danda'uuf dargaggoonni, barattoonni, hojjettoonni mootummaa fi miseensonni hawaasaa biroo naannichaa galmeessuun leenjii jalqabbii koodaroota Itoophiyaa miliyoona 5 xumuruun karaa ismaartii isaaniitiin ragaalee beekamtii idil-addunyaa hedduu qaban ta'uu danda'u bilbiloota ykn ejensiin innooveeshinii fi teeknooloojii naannichaa Keessattuu itti gaafatamaan ejensiin innooveeshinii fi teeknooloojii naannichaa Jamaal Ibraahim dargaggoonni carraa kana akka fayyadaman waamicha dhiyeessaniiru.

Dargaggoonni keenya carraa warqee kanatti haa fayyadamu. Ityoophiyaanota miliyoona 5 waliin ta'uun torbee 8 keessatti gargaarsa teeknooloojii dijitaalaatiin eebbifamu. Ragaa sana dafaa argadhaa.👇

Liinkii galmee https://ethiocoders.et

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urjii Bahaa Tech Solution posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Urjii Bahaa Tech Solution:

Share