Alped

Alped Telegram t.me/alpedOfficial

🌟 Alped : Maamiltoota keessan dachaa lamaan guddisuun, Mul'ata keessan dhugoomsuun hojii keenya!🚀 Miidiyaa hawaasaa, giraafiksii fi viidiyoo fayyadamuun maamiltoota keessanii parsanta 50% guddisuun isin adda taasisudha.

🎉 𝗣𝗢𝗢𝗦𝗧𝗘𝗥𝗔 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 – Torbee Tokkoof Qofaa! 💰 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝟭𝟱𝟬 𝗤𝗼𝗳𝗮𝗮𝗻 ✔️ ✨ 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗮𝗷𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗣𝗮𝗮𝘀𝘁𝗮𝗿𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗹𝗱𝗮𝗮𝗳!...
23/08/2025

🎉 𝗣𝗢𝗢𝗦𝗧𝗘𝗥𝗔 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 – Torbee Tokkoof Qofaa!
💰 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝟭𝟱𝟬 𝗤𝗼𝗳𝗮𝗮𝗻 ✔️
✨ 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗮𝗷𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗣𝗮𝗮𝘀𝘁𝗮𝗿𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗹𝗱𝗮𝗮𝗳!

📦 Poostera keessan haala ajaa'iban siinii qopheessina — 𝘀𝗮’𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝟏 hanga 𝟑 keessatti hojjannee siniif erginaa. Sirreeffama fi gulaallii dabalata waliin.

📞 Amma Nuuf Bilbilaa — Poster Keessan argadhaa! ☎️
0978384034

Sagalee tajaajila keessanni
03/04/2025

Sagalee tajaajila keessanni

27/12/2024
✨ Viidiyoo Keessan Dachaan Guddisaa, Dizaayinii Ija Namaa Hawwataniin! ✨🔔Mul'annii keessan, Dizaayinii keenya! 📢Viidiyoo...
22/12/2024

✨ Viidiyoo Keessan Dachaan Guddisaa, Dizaayinii Ija Namaa Hawwataniin! ✨

🔔Mul'annii keessan, Dizaayinii keenya!

📢Viidiyoonni keessan “ilaalcha viidiyoo ykn dawwanaa viidiyoo ykn view” danuu argachuu qabaa, “Dizaayiniin ykn Thumbnail” immoo furtuudha! AlpeD Agency dizaayinoota ija namaa hawwataan kan daawwattoota gara viidiyoo keessaniitti harkisanii fi guddina chaanaalii keessaniif tarkaanfii jalqabaa fudhadhaa! 🚀🚀

✅Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf nuquunama.📞💬

🎨Dizaayinii ykn Thumbnail Adda Ta’een Dawwattoota Viidiyoo Keessanitti Hawwadhaa✨❗Mul'ata Addaa Keessan, Argama Viidiyoo...
16/12/2024

🎨Dizaayinii ykn Thumbnail Adda Ta’een Dawwattoota Viidiyoo Keessanitti Hawwadhaa✨

❗Mul'ata Addaa Keessan, Argama Viidiyoo Addaa Waliin!💡

Milkaa'inni keessan ergama keenya! 🚀 Dizaayinoota keenya AlpeD Agency tiin, Hirmaannaa dawattoota keessan 📈 ni guddifnaa, Dorgomtoota 🏆 keessan irraa adda siin gochuu, Akkasumas dawwatoota keessan saffisaan guddifnaa🎯.

✅Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf nuquunama.📞💬

🚀 Dizaayinii Ajaa'ibsiisaatin Chaanaalii Keessan Jijjiira!🔥🔴 Argama YouTube Keessan Dizaayiniin Mul’isaa! 🎥✨Dizaayinii y...
15/12/2024

🚀 Dizaayinii Ajaa'ibsiisaatin Chaanaalii Keessan Jijjiira!🔥

🔴 Argama YouTube Keessan Dizaayiniin Mul’isaa! 🎥✨

Dizaayinii ykn Thumbnail ija namaa hawwataniin, aartii ykn baanarii chaanaalii keessanif dizaayinoota sadarkaa pro-level argadhaa. Ejensiin AlpeD tiin vizuwalii xiyyeeffannoo harkisuu fi hirmaannaa fiduu danda’uu ni dhiyeesinaa. 🔥

✅Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf fi odeefannoo dabalataaf nuquunama.📞💬

🌟 Meediyaa Karaa Keenyaan Eegalaa! 🌟Hogganoota waldaa kiristaanaa hundaaf! 📣 Ergaa keessan gara addunyaatti babal'ifachu...
05/10/2024

🌟 Meediyaa Karaa Keenyaan Eegalaa! 🌟

Hogganoota waldaa kiristaanaa hundaaf! 📣 Ergaa keessan gara addunyaatti babal'ifachuuf qophiidhaa?

Nuyi Alped ,
waldoota kiristaanaa deeggaruun ergaa isaanii bal’inaan babal’isuuf gargaaraa jirra. Iddootti hawaasa keessanitti siqachuuf, toorota miidiyaa hawaasaa nama hawatan irraa hanga viidiyoo toora duraa fi qophaa’ina weebsaayitii ammayyaawaatti hundaa isiniif qopheessina.

Maaliif nu waliin hojjachuu qabdu?
✅ Tarsiimoo dijitaalaa waldaalee kiristaanaa irratti xiyyeeffate
✅ Qophaa’ina viidiyoo fi dizaayinii qulqullina ol’aanaa qabu
✅ Bulchiinsa miidiyaa hawaasaa dabalataa nama hawatu
✅ Misooma weebsaayitii amantaa keessan agarsiisu

Gara sadarkaa itti aanuutti waldaan keessan akka ce’uuf yeroo ammaa hojjechuu eegalaa. 🌐

Waliin haa hojjannu, hojii mootummaa Waaqayyoo Addunyaaf maraaf haa hojjannu!

Amma nu qunnamaa, Nuyi yeroodhaf tajaajilloota murtaa'anif qoofa waajin hojjeena.

📞0978384034
telegram:- alped_tg

🚀 Miidiyaa Hawaasaan Tajaajila Keessan Isinii Beeksifna! 🚀Alped Dhabbilee Gurguddoo fi Gidduu Galeessaf Tajaajila Beeksi...
09/09/2024

🚀 Miidiyaa Hawaasaan Tajaajila Keessan Isinii Beeksifna! 🚀

Alped Dhabbilee Gurguddoo fi Gidduu Galeessaf Tajaajila Beeksisa Miidiyaa Kennuun Yeroo Murtaa'e Keessattii Parsantaa Digdamaan (20%) Guddinaa Dhabbataa isaaniifi fi Galii Isaani Guddisaa Turree, Ammaa Immoo Dhabbatoota Murtaa'anif "Beeksisa Miidiyaa Hawaasaa" Hojjeechuf Qophii Keenya Xumurree Jirraa.

Maaltu Addaa Nugoodha?

✨ Milkaa'ina Mirkanaa'e: Maamiltoonni keenya tajaajila isaanii fi gurgurtaan isaanii Miidiyaa Hawaasan Guddisuu. ✨

Wabii Balaa Bilisa: Ofittii amanamuuman keenya hojii keenya ibsa. Maamiltoottin keenya dhaabbattini isaanii parsantaa digdamaan guddinaa agarsiisu baanan, dirqama kanfaltii parsataa 50% hin qaban.✨

Garee Ogeessotaa: Gareen keenya ogeessota miidiyaa hawaasaa milkaa'ina keessaniif qophii isaani xummurani jiru.

Tarkaanfii jalqabaa gara guddinaa miidiyaa hawaasaa keessanii jijjiiruuf yeroon isaa ammaadha. Har'a nu qunnamaa!

📞 [Lakkoofsa Bilbilaa Keessan: 0979384034] irratti nuuf bilbilaa 📧 [telegram keenya: ] irratti nuu qunnamaa.

Alped bakka milkaa’inni keessan ergama keenya ta’etti. 📈🌱🚀

Address

Ethiopia, Oromia
Guder
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alped posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share