AfranQallo Tech

AfranQallo Tech innovate | Connect | inspire.
4QalloTech is an all-rounder in the tech field. We innovate,connect and inspire.

We work hard to serve you first and best of all and to satisfy your hunger for technology. 4QalloTech is dedicated to providing the latest tech news, tech tips and tricks, windows tutorials, pc tips, top-list apps.

Billionaire addunya kanaa kan tahe Elon Musk dhuma irratti Twitter waliigalte Dollar billion $44 bitachun isaa ifoomeera...
25/04/2022

Billionaire addunya kanaa kan tahe Elon Musk dhuma irratti Twitter waliigalte Dollar billion $44 bitachun isaa ifoomeeran.


Tech_afaan_kessaniin

App'ii sabqunnamti hawaasumma kan tahe Telegram biyya Brazil keessatti mootumma waliin hojjachuu didu isaatiin ugguramee...
20/03/2022

App'ii sabqunnamti hawaasumma kan tahe Telegram biyya Brazil keessatti mootumma waliin hojjachuu didu isaatiin uggurameeran.


AfranQallo Tech
Innovate | connect| inspire

App' sab-qunnamti hawasumma kan tahe WhatsApp yeroo dhihotti bifa haarawaan akka Facebook'tti 'cover photo' jalqabuuf de...
14/02/2022

App' sab-qunnamti hawasumma kan tahe WhatsApp yeroo dhihotti bifa haarawaan akka Facebook'tti 'cover photo' jalqabuuf deema.



innovate | connect | inspire
AfranQallo Tech

Billionaire addunya kanaa kan tahee abban Facebook, Instagram, WhatsApp fi kampaaniile biro Mark Zuckerberg Europe kessa...
08/02/2022

Billionaire addunya kanaa kan tahee abban Facebook, Instagram, WhatsApp fi kampaaniile biro Mark Zuckerberg Europe kessatti Facebook fi Instagram nin cufu jachun akka sodaachisaa jiru dhagahameen. Ni cufa moo hin cufuu? waluum kan ilaallu taha.


t.me/AfranQalloTech
AfranQallo Tech
innovate | connect | inspired

07/02/2022
Media sab-qunnamti hawasumma kan tahe Instagram kan namonni yeroo bayye irratti dabarsun bekkamu  amma bifa haarayaan ye...
05/02/2022

Media sab-qunnamti hawasumma kan tahe Instagram kan namonni yeroo bayye irratti dabarsun bekkamu amma bifa haarayaan yeroo dheera yoo fayyadamne boqonna akka fudhannu nuuf dhaamu/eeruu jalqabuuf deema.
AfranQallo Tech
t.me/AfranQalloTech

innovate | connect | inspire

Dhaabbanni Facebook ji'oota muraasa dura maqaa isaa gama Meta'tti jijjarchunn isaa ni yaadatamaan amma dhabbanni Meta ku...
04/02/2022

Dhaabbanni Facebook ji'oota muraasa dura maqaa isaa gama Meta'tti jijjarchunn isaa ni yaadatamaan amma dhabbanni Meta kun kasaraa guyya tokkotin dollar billion $230 dhabuun isaa himama jiraan

Kalaqa | qunnamti | kaka'umsa

t.me/AfranQalloTech

AfranQallo Tech innovate | connect | inspire.4QalloTech gama Technology'tin hunda fayyadama kan godhudha. Hunda dura isi...
03/02/2022

AfranQallo Tech innovate | connect | inspire.
4QalloTech gama Technology'tin hunda fayyadama kan godhudha. Hunda dura isin tajaajilufi dheebuu gama Technology'tin qabdan isinii guutuf cimsinee ni hojjanna.
4QalloTech oduulee waytaawa Technology, gorsaafi mala Technology(tips and tricks) gargaarsa Windows, PC , mobile fi security akkasumaas (windows tutorials, pc-tips, top-list apps new gadgets and reviws) kan laatudha.
gama Technology'tin tajaajilaa fi furmaata ni laanna Rakko gama Technology'tin isin mudatan kamiifu ni jirra. Isin ni gaafattu nuti furmaata isiniif laanna sababniis iddoo sirri waan dhuftaniif.
Kalaqa | Qunnamti | kaka’umsa.

t.me/AfranQalloTech

innovate | Connect | inspire.4QalloTech is an all-rounder in the tech field. We work hard to serve you first and best of...
03/02/2022

innovate | Connect | inspire.
4QalloTech is an all-rounder in the tech field. We work hard to serve you first and best of all and to satisfy your hunger for technology.

4QalloTech is dedicated to providing the latest Up-to-the-minute tech news, tech tips and tricks, windows tutorials, pc-tips, top-list apps new gadgets and reviews .
And we give tech services and solutions
if you have any tech problems or issues we're here for you, you ask we answer because you've come to the right place.
We innovate,connect and inspire.
AfranQallo Tech

https://t.me/AfranQalloTech

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AfranQallo Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to AfranQallo Tech:

Share