Rift valley University

Rift valley University produce Manpower for this country

06/10/2025
05/10/2025
05/10/2025
05/10/2025
04/10/2025

Dinkuun IIrreechaaBaranaas Ijoollee hin bulchitaa jedhamee abdatama

Baga ittiin nuun gahe Abbaa Keenyaa.
04/10/2025

Baga ittiin nuun gahe Abbaa Keenyaa.

Oduu Yuunivarsiitii Riifti Vaalii!Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii bara 2017tti Badhaasa Urjii Itoophiyaa (Ethiopian Star A...
31/08/2025

Oduu Yuunivarsiitii Riifti Vaalii!

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii bara 2017tti Badhaasa Urjii Itoophiyaa (Ethiopian Star Award)’n yuunivarsiitii dhuunfaa ga’umsa gaarii qabu ta’uun kaadhimameera, sirni badhaasaas Hoteela Skylight keessatti, bakka kabajamtootni fi keessummootni dameelee adda addaa irraa dhufan argamanitti adeemsifamaa jira.

Badhaasni Urjii kun sagantaa waggaa waggaan namoota dhuunfaa fi dhaabbilee damee adda addaa Itoophiyaa fi ala jiran irratti beekamtii kennudha. Star Award’n ulaagaa mataa isaa irratti hundaa’uun dhaabbilee ga’umsa gaarii qaban wal dorgomsiisuun waggaa waggaan beekamtii fi badhaasa ni kenna. Hanga ammaatti Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Daandii Qilleensa Itoophiyaa dhaabbilee biyya keessaa ga’umsa olaanaa qaban ta’uun badhaaseera.

Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii Itoophiyaa keessatti yuunivarsiitii dhuunfaa beekamtii argate keessaa isa guddaa yoo ta’u, kaampaasiiwwan guutuu Itoophiyaa fi Somaalee Laandii Hargeesaa keessattille kan argamudha.

Dhaabbileen idil-addunyaa maqaa gaarii qaban lama, EduRank fi UNIRANK25, yuunivarsiitii Riiftii Vaalii akka yuunivarsiitii Itoophiyaa isa olaanaatti ramadaniiru. Ayyaana addaa kanaan yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii qooda fudhattootaa fi qaamolee kallattiinis ta'e al-kallattiin milkaa'ina isaaf gumaachan baga gammaddan jechuun barbaada!

Baga gammaddan!

የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ዜና !

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ ኢትዩጵያውያን ስታር አዋርድ (ESA) ከተባለ ሀገር በቀል ካምፖኒ በዛሬው እለት ከሰምንት ሰዓት ጀምሮ ከፍተኛ የመንግሰት ኃላፍዎች ፣ የተለያዩ የመንግሰትና የግል ተቋማት ኃላፊነት ፣ የሪፍት ቫሊ ማህበረሰብ በተገኙበት በሰካይላይት ሆተል የእውቅና ሽልማት ይቀበላል። ይህ ተቋም የመንግሰትና የግል ተቋማትን በማወዳደር አጅግ በጣም ጥሩ ውጤት ያስመዘገቡትን ተቋማት ይሽልማል ።ስታር አዋርድ እስከዛሬ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክና የኢትዮጵያ አየር መንገድን እጅግ በጣም ጥሩ ውጤት በማሰመዘገባቸው ከድርጅቱ የዕውቀትና ሽልማት አግኝተዋል ።

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርስቲ ባከናወናቸው ባለብዙ ዘርፍ እንቅስቃሴ የተነሳ ከሁለት ታዋቅ አለምአቀፍ ተቋማት ማለትም ኢድዩራንክ እና ዩኒራንክ(EduRank & UNIRANK) በ2017 ዓ.ም እውቅና አግኝቷል ።

ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርስቲ የልህቀት ማዕከል !

Rift valley University
Dinku Deyasa Biru

Rift Valley University News update !On the special event organized by the Star Wide Award to honor best performing gover...
31/08/2025

Rift Valley University News update !

On the special event organized by the Star Wide Award to honor best performing government & Private sectors,Rift Valley University competed under the category of best performing University and received trophy & certificate.The award ceremony took place on August 30, 2025 , at the Skylight Hotel in the presence of high-level government officials , Private sector representatives & invited guests .

The trophy award was handed over to the Award winners by H.E Dr. Mulatu Teshome, the former President of Ethiopia . H.E Obbo Dinku Deyassa, the founder and owner of Rift Valley University received the trophy.

Congratulations !

02/08/2025

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rift valley University posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share