Tamee Kabbadaa

Tamee Kabbadaa Adaraa namas adaraa waaqas hin nyaatin

22/04/2026

Bakka deemtu beeknaan, gufuun daandiirraa si hin dhaabu; milkaa'inni abdii kutachuu dhiisuu keessa jira."

18/04/2026

⛔️ Sobi yeroof namatti tolullee, dhugaan garuu bara baraan nama dhaabdi.

08/04/2026
  hunduma balbala Uumaan siif bane ilaali malee foddaa namoonni cufani hin ilaalin.
28/10/2025

hunduma balbala Uumaan siif bane ilaali malee foddaa namoonni cufani hin ilaalin.

Merry Christmas 🎄 ❤️  🎄
06/01/2025

Merry Christmas 🎄 ❤️ 🎄

02/05/2024

Anaf jette wanti ati taane maaltu jira Yesuus koo

😘🥰😍
17/04/2024

😘🥰😍

26/12/2023

Si _mitiire

05/12/2022

Warri waaqayyoon hin sodaane fi beekne gocha fi hojii isaaniin beekamuu

Inni nyaatee bare lafee abbootakooharkaa saamee fixee hiyyoomsee sabakooobsa isaanii fixee lammii hedduuin dandeessaa nu...
05/12/2022

Inni nyaatee bare lafee abbootakoo
harkaa saamee fixee hiyyoomsee sabakoo
obsa isaanii fixee lammii hedduu
in dandeessaa nurraa kaasi
inni humna nu caale si diduu.

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tamee Kabbadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share