Obsi Qoramanii Ba'uu Fida,Qoramanii Ba'uunis Abdii Fida Rom.5:4

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • Obsi Qoramanii Ba'uu Fida,Qoramanii Ba'uunis Abdii Fida Rom.5:4

Obsi Qoramanii Ba'uu Fida,Qoramanii Ba'uunis Abdii Fida Rom.5:4 Good Tourist Ambo area!

10/12/2025

"...Isa Afaan sitti banu keessaa,gara iddoo bal'aa lafa wal rakkisuun hin jirretti si baasa;...
Iyoob 36:16

27/09/2025

The hottest Place On Earth(Danakil Depression) Ethiopia 🇪🇹

Hidhi Haroomsa Guddicha Itoophiyaa Aduwaa 2ffaa Oromooti!
28/08/2025

Hidhi Haroomsa Guddicha Itoophiyaa Aduwaa 2ffaa Oromooti!

Dinagdeen Namaa Waan Hedduu Kunneen Keessaa kan Looniitti waa marri jiraa!Hin gurguratu qarshii fiduHin qalatu foonsaa n...
21/04/2025

Dinagdeen Namaa Waan Hedduu Kunneen Keessaa kan Looniitti waa marri jiraa!
Hin gurguratu qarshii fidu
Hin qalatu foonsaa nyaatu
Hin ilmatu itittuun qabbaneeffatu
Hin dibatu ittin culuqu
Itti fufaa... Hedduu waan ta'eef!

27/03/2025

Biqiltuu Asaangiraa (Banjii) – Qoricha Cimaa Uumamaa

Biqiltuun Asaangiraa (Banjii) qoricha uumamaa cimaadha. Dhukkuboota daawaan hin qabne hedduu yaaluun, nama hedduu fayyisa. Humni isaa garmalee cimaa waan ta’eef namoonni gariin "Nama macheessa" jedhu. Kun dogoggora! Banjii nama hin macheessu
Garuu nama joonjessuu dabda'a akkasumas yeroo dheeraaf nama joonjessa akkasumas dhukkuboota hedduu irraa nama fayyisa!
Mee Faayidaalee isii irraa muraasa haa ilaalluu...

1. Gaggabdoo Sammuu fi Onnee Fayyisuuf

Oksijiinii qulqulleessa, seelii sammuu fi qaama keessaa rakkisu sirreessa.

Gaggabdoo sammuu fi onnee wajjin walqabatu salphisa.

2. Dhukkuba Onnee fi Rukuttaa Onnee Fayyisuuf

Dhukkuba onnee waggaa tokko keessatti lubbuu namoota miliyoona 18 galaafatuuf qoricha cimaadha!

Hiddoonni onnee dhiiga gara qaamaatti raabsan yoo dhiphatan, bal’isuun dhiiga sirnaan raabsuu gargaara.

Rukuttaa onnee daangaa darbee sirreessa.

3. Hirriba Dhabuu fi Jeeqama Sammuu Fayyisuuf

Nama hirriba dhabuuf qoricha cimaadha.

Hirriba gaarii fi boqonnaa guutuu namaaf kenna.

Nama hirribni rakkise %100 sirreessa.

4. Rakkoo Garaachaa fi Baakteeriyaa Keessaa Qulqulleessuuf

Baakteeriyaa garaachaa fi dhangala'aa summii (Aciidii) garaagaraa qulqulleessa.

Ciniinnaa garaachaa daqiiqaa muraasa keessatti sirreessa.

Dhukkuba garaachaa maaliin akka dhufe hin beekamne fayyisa.

5. Dhukkuba Sombaa fi Ujummoo Qilleensaa Fayyisuuf

Infeekshinii ujummoo qilleensaa fi sombaa sirriitti yaala.

Asmii fi daranyoo sombaa (Chronic bronchitis) sirreessa.

Qufaa gogaa fi qufaa yeroo dheeraa ture fayyisa.

6. Dhukkuba Sihirii Falfalaa fi Ija Namaatiif

Dhukkuba sihirii falfalaa, budaa fi ija namaa (ayin haraam) furuuf filatamaadha.

7. Rifeensa Mataa Fayyisuuf

Rifeensa mataa akka hin harcaane taasisa.

Rifeensa du'ee dhume deebisee biqilchuu danda'a.

Dhukkuboota rifeensa waliin walqabatan fayyisa.

Xumura

Biqiltuun Asaangiraa (Banjii) qoricha uumamaa nama fayyisuudha, nama hin macheessu! Dhukkuboota ciccimoo hedduu yeroo gabaabaa keessatti fayyisuun, jireenya fayyaa guutuu fi naga’aa namaaf kenna.

⚡ Cuunfaa Dubbii

✔️ Gaggabdoo sammuu fi onnee sirreessa
✔️ Hiddoonni dhiiga dhiphatan bal’isuun, onnee eeguu danda’a
✔️ Hirriba gaarii kenna, jeequmsa sammuu sirreessa
✔️ Dhukkuboota garaachaa fi sombaa qulqulleessa
✔️ Dhukkuba sihirii falfalaa fi budaa furuuf gargaara
✔️ Rifeensa mataa fayyisuun, buqqa’uu irraa eegaa
Garuu Akkaata itti fayyadama isii sirritti beekuun barbaachisaadha.
Fayyadamuun dura numariisisaa
Haala itti fayyadama isii Barreeffama itti Aanuu keessaati nu eegaa.....
Share & Like godhaa
Odeeffannoon dabalataa kunooti.
👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/fx5dtinbgydy
https://t.me/fx5dtinbgydy

27/03/2025

Dubartiin Dhiiraaf Boqonnaadha!
Ibsituu Jireenya Dhiiraati!
Obsituudhas!
Gorsiituudhas!

Aanaa Heeban Arsiitti  dargaggoon  tokko   Kophee ammayyaa  'Heban Arsi' jedhamu oomishuun gabaaf dhiheessuu eegale.‘OBN...
19/09/2024

Aanaa Heeban Arsiitti dargaggoon tokko Kophee ammayyaa 'Heban Arsi' jedhamu oomishuun gabaaf dhiheessuu eegale.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 09,2017- Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsiitti dargaggoo Teewodiroos Asraat muuxannoofi leenjii hojii argateen kophee ammayyaa oomishuun gabaaf dhiheessuu eegaleera.
Maqaan kophee dargaggoo kanaas ‘Heban Arsi’ kan jedhamu yoo ta’u muuxannoofi leenjii hojii Chaayinaarraa argateen hojii kanatti eegaluun himameera.

Dargaggoon kun karoorri qabate akka milkaa’uuf deeggaraa turuu Itti gaafatamtuun Waajjira Investimentii Goina Arsii Lixaa Aadde Addis Akkawaaq himaniiru.

Yeroo ammaas naannoon inni itti hojjetaa jiru tajaajila elektiriikaa waan hin qabneef jenereetaraan fayyadamuun maashina ittiin hojjetu sochoosaa jiraachuu eeraniiru.
Elektiriikatti fayyadamuun hojiisaa kana akka si’eessuufis hojjetamaa jiraachuu Aadde Addis himaniiru.
Maddi:OBN

Address

Ambo
WEST

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsi Qoramanii Ba'uu Fida,Qoramanii Ba'uunis Abdii Fida Rom.5:4 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share