Babi Graphics

Babi Graphics We Turn Your Ideas into Designs.

Order Now -namoota baay'inaan ajajattaniif gatii discount ni goona-Namoonni fudhattanii raabsuu barbaaddanis nu quunnama...
23/05/2025

Order Now
-namoota baay'inaan ajajattaniif gatii discount ni goona
-Namoonni fudhattanii raabsuu barbaaddanis nu quunnamaa

page keenya follow godhaa

      🚩College Gc students🚩University Gc studentst.me/GudisaBelachewhttps://t.me/kg1cs  Graphics+251946239501⛳️ Unbeliva...
22/03/2025


🚩College Gc students
🚩University Gc students
t.me/GudisaBelachew
https://t.me/kg1cs
Graphics
+251946239501
⛳️ Unbelivable price 20% DISCOUNT
⛳️ High Quality Printing
⛳️ On Time Delivery
Just waiting for you with great.
👇👇👇👇
🚚 fast delivery
#20% DISCOUNT

          # Babi Graphics
30/10/2024



# Babi Graphics

Over Size T-shirtOrder Now0946239501
14/10/2024

Over Size T-shirt

Order Now
0946239501

IRREECHI IRREE KEENYA!Ummanni Oromoo kutaa garaa garaa irraa wal ga'ee tokkummaan Finfinnee fi Bishooftuu keessa garmaam...
25/09/2024

IRREECHI IRREE KEENYA!

Ummanni Oromoo kutaa garaa garaa irraa wal ga'ee tokkummaan Finfinnee fi Bishooftuu keessa garmaamuuf guyyaa 10 qofatu hafe.

Maarree dhaabbanni keenya Babi Graphics immoo Tishertiiwwaan design mimmiidhagoo kan isin ittiin faayamtanii guyyicha itti bareechitan gatii madaalawaan qabatee isiniif dhiyaatee jira.

👂0946239501 irratti bilbiluun nu quunnamaa ajajadhaa ykn
🖎Telegram acc. irratti nuuf barreessaa

👉Hojiilee keenya kaan ilaaluuf telegram channel keenya link t.me/kg1cs kanaan seenuun join godhaa maatii ta'aa! akkasumas,Page facebook keenya follow godhaatii Babi Graphics Filannoo keessan jalqabaa godhadhaa

TEESSOON KEENYA ; Finfinnee Dooqa Booraa (22) Golagul dugda duuba

IRREECHI IRREE KEENYA!Yooyyaa jirra jirtuu?Ayyaanni irreechaa dhiyaateera bultii 14 qofatu hafe!Maarree dhabbanni keenya...
22/09/2024

IRREECHI IRREE KEENYA!

Yooyyaa jirra jirtuu?

Ayyaanni irreechaa dhiyaateera bultii 14 qofatu hafe!
Maarree dhabbanni keenya Babi Graphics akkuma yeroo kaanii maamiltoota isaaf T-shirt design babbareedaa ta'aan gatii madaalawaadhaan qabatee qophii hunda xumuree dhiyaatee jira.
Kan isinirraa eegamu ajajachuu qofa

Warreen gareedhaan ajajattaniif akkasuma immoo namoota baay'inaan fudhattanii gurguruu barbaaddaniif gatii ni hir'isna
👉0946239501 kanarratti Hello nuun jedhaa ykn
👉telegram kanarratti nu quunnamuu dandeessu
👉Tessoon keenya: Dooqaa booraa (22) Golagul

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Babi Graphics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share