27/07/2024
በእኛ ተችሏል!💥
Nuyiin danda'ameera!💥
በኢትዮጵያ የ አጭር ርቀት ትራንስፖርት ቴክኖሎጂ ዘርፍ ግንባር ቀደም!
የሁሉንም የአጭር ርቀት እና የ ሚኒ ባስ የ ባስ ትኬት በእጅ ስልኮ ና በየመናሃሪያው ባሉ ትኬት ቢሮዎች ባሉ የBS ፈጣን እና ቀልጣፋ ሶፍትዌር ያገኛሉ!
Itiyoophiyaatti dursaa damee teekinooloojii geejjiba gabaabaa. Tiikeetti kan daandii geejjiba gabaabaa , baasiiwwan gurgudda fi xixiqqaa karaa bilbila keessanii akkasumas biiroowwan dhaabbata konkolaataa jiran maratti sooftweerii salphaa fi ariitii guddaa qabu BS ni argattu.