23/06/2026
Jijjiirraa walii waliiniif kan barbaaddan
◇Muummeen keessan.
◇Tajaajila keessan.
◇Sad. Barnootaa keessan.
◇Bakka itti argamtan.
◇ Bakka itti jijjiirraa barbaaddan
◇ Bilbila keessan barreessuun comment jalatti barreessuun haala waliif mijeessuu dandeessu.
yoo karaa keessaa naaf ergitanis isiniif maxxansuun danda'a.
nan jaalladha!
Kanaafuu warri barbaaddan Comment godhaa!