Mamo mazamir

Mamo mazamir Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mamo mazamir, Computer repair service, Dh/Arara, Adama.

 Adaamaa BooleeKutaa Magaalaa Booleetti Sosochiin Daldalaa seeraan alaa dhabamsiisuuf kaayeeffate gaggeeffame.Qindeessum...
20/11/2024


Adaamaa Boolee
Kutaa Magaalaa Booleetti Sosochiin Daldalaa seeraan alaa dhabamsiisuuf kaayeeffate gaggeeffame.

Qindeessummaa Waajjira Daldalaa Kutaa Magaalaa Booleetiin dhaadannoo ''Mandara hunduma keessatti seera qabeessummaa daldala ni mirkaneessina jedhuun aanaalee kutaa magaalichaa hundumatti gaggeeffameera.

26/10/2024
20/10/2024
Guyyaa 8/2/2017Bul.mag.Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti raawwiin hojiilee Paartii, Misoomaafi Nageenyaa qoratamaa jira.Q...
18/10/2024

Guyyaa 8/2/2017
Bul.mag.Adaamaa
Kutaa Magaalaa Booleetti raawwiin hojiilee Paartii, Misoomaafi Nageenyaa qoratamaa jira.

Qorannaan hojii kun hojiilee hanga ammaatti gama nageenyaa, galii sassaabuu, inisheetivoota qonnaafi tajaajila hawaasaa, ijaarsa ummataa, hojiilee sosochii ummataa irratti gaggeeffamaa jira.

Qorannaa raawwii hojii kana irratti hoggansi Kutaa magaalaa, aanaafi zoonii akkasumas bakka buutoonni ijaarsa ummataa gara garaa aragamani jiru!

Duula raayyaa miidiyaa
20/11/2023

Duula raayyaa miidiyaa

Address

Dh/Arara
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mamo mazamir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share