Miidiyaa Biyyaa

Miidiyaa Biyyaa Akka isaanii waan hin taaneef;Akka isaanii hin taane! Ansiifan,

31/08/2026

Waan Lafa hin qabanne ol fageessuun qilleensaaf kennuudha.

guddatu
guddatu
guddatu.
sadanuu wal malee hin taatu!

Jaarsa Biyyaa

08/08/2026

Dubbiin nama nyaachuurra, midhaan nyaachuutu nama gabbisa,inni sun nama huuqqisa. Midhaan hirmii hin qabu, Dubbiin duubdeebii hin dhabu!.

08/08/2026

Firri sooressaa baayyeedha jedhani, 'eel Dabalaa fira aantee dabalate.

Ammas kan haftan galaa!!

08/08/2026

Re'een gatiin osoo hin taane, iyya sagaleen Hoolaa caalti!.

🐑~~~ 🐐

Fikadutu jedhe.

Address

Addis Ababa
Ababa
-

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa Biyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Miidiyaa Biyyaa:

Shortcuts

Share