Efi Design God will prepare it 🙏🙏

 📢 Oduu Gammachiisaa!Waldaan Kiristaanaa Obbolummaa Gefarsaa Corrisa torbanoota itti aananiif barnoota Macaafa Qulqulluu...
25/07/2026



📢 Oduu Gammachiisaa!
Waldaan Kiristaanaa Obbolummaa Gefarsaa Corrisa torbanoota itti aananiif barnoota Macaafa Qulqulluu walitti fufiinsa qabu qopheessitee jirti.
Kanaafuu, yoo Waaqayyo nuuf eeyyamee fi jiraanne, torbanoota 4 dhufaniif obboleessa keenya wajjin taanee barnoota irratti hundaa’ee isiniif ni dhiheessina.
Kanaaf isiin ammoo Macaafa Qulqulluu keessan fi meeshaa yaadannoo itti barreessitan qabattanii Dilbata fuula keenyaa jiruu kana irraa kaaftani yeroo hundaa sa’aatii 3:00 - 6:30tti nu waliin argamuun Dubbii Waaqayyoo isa dhugaa baradha isa keessattis ijaarama.

Isin eegna!
Waaqayyo isin haa eebbisu !

📢 አስደሳች ዜና!
የገፋርሳ ጮርሳ ክርስቲያናዊ ወንድማማች ቤተ ክርስቲያን ለቀጣዮቹ ሳምንታት ተከታታይ የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርት አዘጋጅታለች።
እግዚአብሔር ቢፈቅድና ብንኖር፣ ለሚቀጥሉት 4 ሳምንታት ከወንድማችን ጋር በመሆን፣ #በኤፌሶን መልእክት ላይ የተመሠረቱ ጥልቅ እና ጠቃሚ ትምህርቶችን እናቀርባለን።
ስለዚህ መጽሐፍ ቅዱሳችሁን እና ማስታወሻ መያዣችሁን ይዛችሁ በዚህ እሁድ ከ3:00- 6:30 ድረስ አብሬን እውነተኛውን የእግዚአብሔር ቃል እንማራለን፣ በእርሱም እንታነጻለን።

እንጠብቃችኋለን!

ተባረኩ!

“"Inni gara keenya gore Waaqayyo utuu ta'uu dhabaatee" haa jedhu sabni Israa'el!”  Far. 124:1Waaqayyoo waan hundaatti gu...
20/07/2026

“"Inni gara keenya gore Waaqayyo utuu ta'uu dhabaatee" haa jedhu sabni Israa'el!”
Far. 124:1

Waaqayyoo waan hundaatti guddaa nu gargaaree ! Maqaan isaa haa ulfatu 👏👏👏

“Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen, nuyi gargaarsa arganne.”  Far. 124:8Kutaa 2ffaaKabaja hundeeffamaa waldaa ki...
20/07/2026

“Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen, nuyi gargaarsa arganne.”
Far. 124:8

Kutaa 2ffaa

Kabaja hundeeffamaa waldaa kiristaanaa Obboloota Gafarsa Corrisaa wagga 10ffaa.

12-11-2018

KABAJA WAGGAA 10FFAA KEENYAA“Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu in taane!”   Far. 126...
20/07/2026

KABAJA WAGGAA 10FFAA KEENYAA

“Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu in taane!”
Far. 126:3

"waaqayyoo akka addatti nu gargaare "

1ffaa

16/07/2026
“Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu in taane!”  Far. 126:3 እግዚአብሔር ታላቅ ነገርን አደረገልን፥ ደ...
15/07/2026

“Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu in taane!”
Far. 126:3
እግዚአብሔር ታላቅ ነገርን አደረገልን፥ ደስም አለን።
መዝ 126:3

Galateeffanna Saganta maatii fi kabaja hundeffama waldaa keenyaa wagga 10ffaa.
የቤተክርስቲያናችንን 10ኛ ዓመት የምስረታ በዓል ለማክበር እና የቤተሰብ የምስጋና ፕሮግራም።

  28/10/2018
08/07/2026



28/10/2018

Adresse

Democratic Republic Of The

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Efi Design publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Raccourcis

Partager