Bontu jima

Bontu jima .me/+4981qHccnWo1OGU0
(2)

dirama afaan oromoo haaraa,dirama afaan oromoo,dirama afaan oromoo Haaraa 2022,dirama amarifa,diramaa afaan oromoo,dirama afaan oromo,comedy afaan oromoo,comedy afaan oromoo haaraa 2022,comedy afaan oromoo 2022,Comedy afaan oromoo haaraa,filmii afaan oromoo,filmi afaan oromo,Filmi afaan oromo 2022,filmii afaan oromoo haaraa 2022,baliyakee,Bahaliyake Tv,kabbee kabbitoo,kabbee kabbitoo comedy,egeree

comedy,egeree media,oromo music,sirba aadaa jimmaa,Jimmaadirama afaan oromoo haaraa,dirama afaan oromoo,dirama afaan oromoo Haaraa 2022,dirama amarifa,diramaa afaan oromoo,dirama afaan oromo,comedy afaan oromoo,comedy afaan oromoo haaraa 2022,comedy afaan oromoo 2022,Comedy afaan oromoo haaraa,filmii afaan oromoo,filmi afaan oromo,Filmi afaan oromo 2022,filmii afaan oromoo haaraa 2022,baliyakee,Bahaliyake Tv,kabbee kabbitoo,kabbee kabbitoo comedy,egeree comedy,egeree media,oromo music,sirba aadaa jimmaa,Jimmaadirama afaan oromoo haaraa,dirama afaan oromoo,dirama afaan oromoo Haaraa 2022,dirama amarifa,diramaa afaan oromoo,dirama afaan oromo,comedy afaan oromoo,comedy afaan oromoo haaraa 2022,comedy afaan oromoo 2022,Comedy afaan oromoo haaraa,filmii afaan oromoo,filmi afaan oromo,Filmi afaan oromo 2022,filmii afaan oromoo haaraa 2022,baliyakee,Bahaliyake Tv,kabbee kabbitoo,kabbee kabbitoo comedy,egeree comedy,egeree media,oromo music,sirba aadaa jimmaa,Jimmaa

Gurbaan kuni haguma Tik tookaroonni yeroo Game Tik tok Mooyaman aaran sanillee ka aare hin fakkaatu🤗 Kunoo Harka ati eda...
28/08/2026

Gurbaan kuni haguma Tik tookaroonni yeroo Game Tik tok Mooyaman aaran sanillee ka aare hin fakkaatu🤗
Kunoo Harka ati eda cabe jettee jala cinqamaa turte sinis Beeysisaan dalagatee jiraa😅
kuni Beeysisa 3ffaa har'uma qofa🏃 Sumunii isaa malee Waayee Mooyuu fi Moooyamuu sanuu qubaa hin qabu inni🤷‍♂️ See less
Kuno link👇me/+4981qHccnWo1OGU0

Gooticha Koomandoo Humna Qilleensaa tibbanaa mooraa leenjii ajaja duula addaa irraa kumatama hedduun eebbifaman bakkawwa...
28/08/2026

Gooticha Koomandoo Humna Qilleensaa tibbanaa mooraa leenjii ajaja duula addaa irraa kumatama hedduun eebbifaman bakkawwan isaan deeman hundatti simannaan addaa taasifamaafii jira!

Haaluma kanaan Naannoo Amaaraa bakkawwan garaa garaatti sagantaan simaannaa ho'aa ta'e taasifamaafii jira!
Kuno link👇me/+4981qHccnWo1OGU0

 ‼️Biyyi keenya Itiyoophiyaan gootota ilmaan isiitin kabajamte tokkummaa isii eegun biyya guddoo hardha geette jedhan"RI...
28/08/2026

‼️

Biyyi keenya Itiyoophiyaan gootota ilmaan isiitin kabajamte tokkummaa isii eegun biyya guddoo hardha geette jedhan"RIB'tti ajajaan iizii kibbaa Lethenal Jeneraal Salamoon Ittifaa.
Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf
Kuno link👇me/+4981qHccnWo1OGU0

maqaan Addis Ababaa jedhu Finfinnetti, Piyaassanis, Birbirsa Goorootti akkasumas,  maqaan kutaa magaalattii hundi gara A...
28/08/2026

maqaan Addis Ababaa jedhu Finfinnetti, Piyaassanis, Birbirsa Goorootti akkasumas, maqaan kutaa magaalattii hundi gara Afaan Oromootti jijjiiramuu qaba" Obbo Qajeelaa Mardaasaa.

Qondaalli ABO duraanii marii biyyaalessaarratti dhimma Magaalaa Finfinneerratti cichee falmaa ture obbo Qajeelaa Mardaasaa gaafii fi deebii Ahaduu Miidiyaa waliin taasiserratti dubbii dubbateen;Magaalaan Finfinnee Addis Ababaa jedhamteefi kutaaleen Magaalaa maqaa garagaraa itti mooggaafame gara maqaa ganamaa akkasumas Afaan hojii Magaalaa Finfinnees gara Afaan Oromootti deebi'uu akka qabu dubbate.

‎Obbo Qajeelaa Mardaasaa dhimma Magaalaa Finfinneerratti ejjannoo isaan qabanirratti warroonni siyaasaa Amaaraa ejjannoo hayyoota Oromoo Magaalaa Finfinneerratti qaban mormuun Fin-xaaleyyii siyaasaa jechuudhaan qeeqaa turuun ni yaadatama.

Halee-llaan Diroonii Manneen barnootaa Naannoo Tigraay keessa jiranirratti xiyyeeffatu itti fufeera.Lami Media: Hagayya ...
28/08/2026

Halee-llaan Diroonii Manneen barnootaa Naannoo Tigraay keessa jiranirratti xiyyeeffatu itti fufeera.

Lami Media: Hagayya 28/2026; Halee-llaan diroonii guyyaa kaleessaa Hagayya 27, 2026 sa'aatii 3:20 PM mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Tigraay Aanaa Qelxee Awlaa-AwloottiBuufata Abrahaa Waatsbhaatti argamu irratti raawwatameera.
Haleellaa kanaan kuufamni meeshaa waraanaa bilookii tokko keessatti kuufamee ture jedhame akka barbadaa’e odeeffannoon Wasuu Marrajaarraa argame ni mul’isa.

Halee-llaa kana booda deeggartoota paartii biyya bulchaa jiruu TPLF "Meeshaan waraanaa yeroo kuufamu mana barumsaa osoo hin taane, yeroo rukutamu garuu mana barumsaa ta'uu isaa yaadatu" jechuun qeeqamaniiru.

Halee-llaan diroonii yeroo ammaa raawwatamaa jiru kan barame irraa adda ta’ee fi galma adda addaa kan qabu ta’uun himamaa jira.

Namoonni ijaan argan akka jedhanitti, dirooniin kunneen Raayyaan Nageenya Tigraay (TPF) qabatamaan TPLF irratti haleellaan kun raawwatamaa akka ture ragaadha.
Haa ta'u malee mana barumsaa lammiileen itti baratan jedhaman gara dirree waraanaatti jijjiiruun sirrii waan hin taaneef jedhanii kanneen komatan jiraataniis; manneen barnootaa Naannoo Tigraay yeroo ammaa kuusaa meeshaa waraanaa tahuun himame.

Vladimir Putin halee-llaa niwukilaraa Yukireen irratti banuuf akka dhihaate gabaafame!Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmii...
28/08/2026

Vladimir Putin halee-llaa niwukilaraa Yukireen irratti banuuf akka dhihaate gabaafame!

Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin “mariin nagaa Yukireen waliin taasifamu daandii didamuun kun kara daandii du’aa seeneera” jechuun xumuruun isaanii waraana kana hammeessuu fi tarii meeshaa niwukilaraa tooftaa fayyadamuuf qophaa’aa jiraachuu gabaasni haaraan Bloomberg irraa bahe ni mul’isa.

Akka gabaasa maddoota Kremlinitti dhihoo ta’an wabeeffachuun ibsutti, Moskoo haleellaa misaa’ela balistikii magaalaa guddoo Yukireen Kiyeev fi magaalota gurguddoo biroo irratti raawwattu haalaan guddisuuf karoorfattee jirti, mariin nagaa guutummaatti fashalaa’eera jettee amantee jirti.

Qoqqobbii dinagdee biyyoota dhihaa fi haleellaan diroonii Yukireen warshaalee boba’aa Raashiyaa irratti raawwatan Puutiin hawwii waraanaa isaanii irraa duubatti kan hin deebisne yoo ta’u, tarkaanfiin waraanaa cimaan yoo hin milkoofne meeshaa niwukilaraa tooftaa qabu akka furmaata dhumaatti fayyadamuu danda’a jechuun yaaddoon qondaaltota olaanoo Raashiyaa biratti guddachaa jira.

Haa ta’u malee, gabaasni kun jiraatus, tarkaanfiin waraanaa ykn mallattoon sochii Raashiyaan haleellaa niwukilaraa irratti dammaqinaan qophaa’aa akka jirtu agarsiisu hin jiru.

Xiinxaltoonni nageenyaa akka jedhanitti, Moskoo ammallee meeshaa niwukilaraa fayyadamuu hin oolle, odeeffannoon kun ammallee akka mala sodaachisaa ta’ee deggersa waraanaa biyyoota dhihaa Yukireenif gootu dhaabuuf gadhiifamaa jira.

Waan Isiin Dhibu
28/08/2026

Waan Isiin Dhibu

Essa jiraa
28/08/2026

Essa jiraa

Ayii see
28/08/2026

Ayii see

28/08/2026

SEEDOO

Endereço

POX. BOX/
Luanda
251

Notificações

Seja o primeiro a receber as novidades e deixe-nos enviar-lhe um email quando Bontu jima publica notícias e promoções. O seu endereço de email não será utilizado para qualquer outro propósito, e pode cancelar a subscrição a qualquer momento.

Entre Em Contato Com O Negócio

Envie uma mensagem para Bontu jima:

Atalhos

Compartilhar