11/04/2020
Mallattooleen qiyaamaa hunduu dhufeera jarana Abbaan fedhe sihaa bulchuu cadhisii rabbiifuu buli kanama bulchu rabbii.badii tee irraa toobaa deebi'i
Rabbiin Araarama kadhu
Haga jirtu tolttuu baay'ifadhu
Sheeyxaanni Abaaramaa irraa Rabbitti maganfadhu
Qur'ana Rabbi dubbisi
Jabaadhaa Rabbi isin has gargaaru .dhukkubnni kanarraa baraaraa bahaa . Nagahaan Ramadaana nuhaaga'u .yookanufixuullee Ani najibbisiiseera wallah yaa ummata Rabbi......uuuuuuffffyaarahmaan