07/04/2024
Profaayila Facebook keessan cufaa
Akka Namani si waalin hiriyaa hin tanee
1. Suuraa ati Facebook irraatii qoode illalu hindanduu
2. Namaa ati hiriyuma Facebook waliin qabduu ilaaluu hin dandayuu
3. Akkasumaasaa Hiriyoota kee Facebook Add godhuu hin dandayuu
Akkataa Facebook irraatii Profile kee cuuftu link Arman gaadii tana tuqudhana dawadhuu Akkasumaa Subscribe like Sher godhuu hin dagatiina
👇👇👇👇👇
to lock Facebook profile 2024 ...