Hundaaf Tech

Hundaaf Tech Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hundaaf Tech, Holeta, Shewa.

https://youtu.be/MxMh63gIKqM
23/11/2025

https://youtu.be/MxMh63gIKqM

.Hubachiisa: Viidiyoon Kun Amma October 7, 2025 tti Qofa Hojjata (Torbee 2f Qofa)Badhaasni Marsaa 4ffaan Yeroo Subscriber 20,000 Gallu Ni Qophaa'a..Telegram ...

THANKS FOR SUBSCRIBING!πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰
07/11/2025

THANKS FOR SUBSCRIBING!πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰

Seenaa YouTube YouTube'n platform beekamaa viidiyoon irratti upload/share ta'uu fi google.com itti aansee search engine ...
25/10/2025

Seenaa YouTube YouTube'n platform beekamaa viidiyoon irratti upload/share ta'uu fi google.com itti aansee search engine 2ffaa ta'uudhan, adunyaa guututti platform sirriitti beekamaa ta'edha, YouTube'n yeroo jalqabaaf kan develop ta'e February 2005 A.L.A namoota sadiin isaanis: Steve Chen, Chad Hurley fi Jawed Karim jedhamaniin yemmuu ta'u. namoonni sadan kanneen YouTube develop gochuudhan bara 2005 biiroo xiqqoo magaalaa San Mateo jedhamtu keessatti banuudhan ture kan jalqaban....

https://hundaaf.blog/history-of-youtube/

YouTube is one of the most popular video-sharing platforms in the world - and after Google.com, it stands as the second-largest search engine on Earth...

Nageenya Saayibarii Jechuun Maal Jechuudha? Nageenya saayibarii jechuun eegumsa kompiitara, bilbila, sarvarii fi neetwoo...
12/10/2025

Nageenya Saayibarii Jechuun Maal Jechuudha? Nageenya saayibarii jechuun eegumsa kompiitara, bilbila, sarvarii fi neetwoorkiiwwaniif taasifamudha. jecha kan biraatin nageenya saayibarii jechuun siistama kompiitaroota, bilbilaa, sarvariiwwan fi neetwoorkiiwwan haleellaa saayibarii irraa eeguu jechuudha. Nageenyi Saayibarii Maalif barbaachise? Adunyaa dijitaalaa kana keessatti wanti hundinuu jechuun amma danda'amutti intarneetii irratti kan hirkatedha ykn depend kan ta'edha. kanaaf haleellan saayibarii badii heedduu geessisuu danda'a fakkeenyaf:...

Every time you browse the internet, use your smartphone, or make an online payment β€” your personal information is moving through digital networks. But with great convenience comes great risk.

Internet of Things (IoT) Jechuun Maal Jechuudha? Internet of Things ykn IoT jechuun meeshaalee waliin connect gochuu dan...
05/10/2025

Internet of Things (IoT) Jechuun Maal Jechuudha? Internet of Things ykn IoT jechuun meeshaalee waliin connect gochuu danda'an kana malees data ykn information waliif share gochuu kan danda'an kana malees data ykn information sassaaban sana gara cloud computing server'tti erguu kan danda'an yemmuu ta'an, meeshaalee kanneen sensor fi software fayyadamuudhan kan hojjatanidha. Meeshaleen IoT Akkamitti Hojjatu? (How IoT Works) Devices, Sensors, Antenna, Microcontroller: Odeeffannoo ykn data sassaabuf kan fayyadanidha, odeeffannoowan kanneenis odeeffannoo tempreture, movement, Location, Himudity fi kan kana fakkaatan....

Internet of Things (IoT) Jechuun Maal Jechuudha? Internet of Things ykn IoT jechuun meeshaalee waliin connect gochuu danda'an kana malees data..................

https://hundaaf.blog/cloud-computing
24/09/2025

https://hundaaf.blog/cloud-computing

Cloud Computing Jechuun Maal Jechuudha? Cloud computing jechuun tajaajila computing ykn computing services jedhaman kan akka server, storage, database, networking, software fi kan kana fakkaatan ka…

https://hundaaf.blog/data-center/
16/09/2025

https://hundaaf.blog/data-center/

Giddu Galli Odeeffannoo Maali? (What is a Data Center) Giddu Gala Odeeffannoo ykn Data Center jechuun iddoo odeeffannoon itti process ta'u, iddoo itti kuufamu..

🌻🌻🌻HAPPY NEW YEAR🌻🌻🌻
11/09/2025

🌻🌻🌻HAPPY NEW YEAR🌻🌻🌻

Address

Holeta
Shewa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundaaf Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hundaaf Tech:

Share