Babuye Technology Center

Babuye Technology Center Laptops | Printers |Desktops | Software's | Copy Machine | Cameras and all Office machines | Sales,

Manneen barnoota qormaata biyyoolessa qoruuf jettani meeshaale kan baayyinaan yoo barbaaddan nu biraa argattuu Installat...
22/03/2026

Manneen barnoota qormaata biyyoolessa qoruuf jettani meeshaale kan baayyinaan yoo barbaaddan nu biraa argattuu
Installation guutu waliin

Router
Switch
Desktopi
Network Cabinet
Installation guutu waliin
0921200797

Namoonni Laaptooppon Keessan Windows 11 ta’ee jiru akka gabaasa Microsoft irraa ba’ee jirutti gara version (KB5063878 ) ...
15/03/2026

Namoonni Laaptooppon Keessan Windows 11 ta’ee jiru akka gabaasa Microsoft irraa ba’ee jirutti gara version (KB5063878 ) kanatti update hin godhiina, sababni isaas rakkoo storage keessan fi dokmantii garagaraa kompiitara keessa jiru balleessu qaqabsiisa waan jiruuf

Gabaabumatti
Windows 11 fayyadamaa jirtu yoo ta’ee ammaaf update hin godhinaa
Rakkoowwan hardware fi software qaqabsiisa waan jiruuf fi

Reports from August 2025 indicated that a Windows 11 update (specifically KB5063878 in version 24H2) caused significant issues with SSD storage, including drives disappearing, data corruption, and system freezes.

https://learn.microsoft.com/en-nz/answers/questions/5771897/is-anyone-else-experiencing-system-crashes-after-i

Simcard kophaa galchuun interneti saffisa qabu fayyadamaa Internetiin naanno keenya gadi bu’aadha akkamiin fayyadamna wa...
15/01/2026

Simcard kophaa galchuun interneti saffisa qabu fayyadamaa

Internetiin naanno keenya gadi bu’aadha akkamiin fayyadamna warri jettan

Simcard qofaa galchuun
Saffisaa olaanaa
Nama 32f al tokkotti kan fayyachiisu
Kana fayyadamuu dandeessu

Odeeffannoo dabalataaf
0921200797

Telegrami keenyaaf maatii ta’aa
t.me/babuyetechno

Manneen maxxansaa fi biznasiif baayye mijataa kan ta'ee Epson l14150A3/A4COPY PRINT SCAN
08/01/2026

Manneen maxxansaa fi biznasiif baayye mijataa kan ta'ee
Epson l14150
A3/A4
COPY
PRINT
SCAN

TVn Keenya Youtube fi App kubbaa ilaaluuf ta'u nuu fudhachuu dide kan jettaniif kun FURMAATAAppi kannen akkaYoutube Tele...
20/12/2025

TVn Keenya Youtube fi App kubbaa ilaaluuf ta'u nuu fudhachuu dide kan jettaniif kun FURMAATA

Appi kannen akka
Youtube
Telegram
Facebook
Netflix
Fi kannen hafan bifa barbaaddanin download gootani fayyadamu dandessu

0921200797

Telegrami Kenyaf maati ta'aa
t.me/babuyetechno

Desktoopponi kuni  Hojii Kaamifuu mijatoodha baayyinan of harkaa qabna, kootta bita jenna 0921200797Telegrami kenyaaf ma...
20/12/2025

Desktoopponi kuni Hojii Kaamifuu mijatoodha baayyinan of harkaa qabna, kootta bita jenna

0921200797

Telegrami kenyaaf maati ta'aa
t.me/babuyetechno

C92Max Smart watchSupport simcard and wifiBuilt in camera 6GB Ram64GB storage 0921200797
10/12/2025

C92Max Smart watch
Support simcard and wifi
Built in camera
6GB Ram
64GB storage

0921200797

Saffisni kompiitara keenya gadi  bu'ee warri jettani kunoo
28/11/2025

Saffisni kompiitara keenya gadi bu'ee warri jettani kunoo

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Etana Fikadu, Guutuu B Gurmessa, Gada Tolera, Roòbsàñ Des...
19/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Etana Fikadu, Guutuu B Gurmessa, Gada Tolera, Roòbsàñ Desale

Address

Nekemte
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Babuye Technology Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Babuye Technology Center:

Share