24/08/2023
Baga nagaan gara Leeqaa Elektirooniksiitti dhuftan! Meeshaalee Electirooniksii qulqullina qaban kanneen akka bilbiloota smart, laptop fi kanneen biroo, gatii madaalawaadhaan nu biraa argachuu dandeessu.
Teessoon: Marfata 1'ffaa, Galma Magaalaa Naqamtee fuula dura, Awaash Baankii cina.
Odeeffannoo dabalataaf : 0917080127 (Tadele Bekele)
Filannoo keessan Leka Electronics waan godhattaniif guddaa galatoomaa!