Ararso Ebrahim

Ararso Ebrahim Hubadhu

➫ Murteessaan waan of harkaa qabdu osoo hin taane , ilaalcha ofiif qabduudha!


♡ Namoota haamilee jabeessi!
(1)

Gαggєєѕѕαα Tα'ι!
▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Hojiin gaggeessaa yeroo baay'ee amalaa fi ilaalcha namootaa jijjiirudha.

■ Kanas tooftaalee armaan gadiin milkeessuu ni dandeessa.
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
➊. Hojii kees dinqisiifannaa namaaf qabdu agarsiisuun eegali!

➋. Utuu namni si hin beekin qalbii isaa gara dogoggora isaatti fidi!

➌. Namoota osoo ceepha’uu hin eegalin of ceepha’i!

➍. Namoota kallattiin ajajuurra y

aada kee dhiyeessiifii kan isaanii gaafadhu!

➎. Fooyya’iinsa namoonni agarsiisaniif badhaasi!

➏. Kabaja namoonni argachuu barbaadan kenniif!

➐. Namoonni dogoggora isaanii irraa akka baran godhi!

➑. Namoonni yaada kee akka fudhatan yoo barbaadde dursii yaada keetti akka gammadan godhi!

➦ Wɑɑn beektɑniifi dubbistɑn dhɑlootɑɑf hɑɑ dɑbɑrsinu Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

20/05/2026
20/05/2026
ጀግናዉ❤️Ilma Saba Guddaa!
18/05/2026

ጀግናዉ❤️
Ilma Saba Guddaa!

18/05/2026
  !Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!Mallattoon Filannoo Paartii Badhaadhinaa Nadoo/Bissii qamadiiti.
18/05/2026

!

Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Filannoo Paartii Badhaadhinaa Nadoo/Bissii qamadiiti.

Address

Oromia
Harar
SODAAFMITI

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ararso Ebrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share