Oda Printing and Advert

Oda Printing and Advert Mana Maxxansaa fi Beeksisa Odaa
Tajaajila Maxxansaa fi Beeksisaa kamiyyuu yoo barbaaddan Lakk.Bil 0919371690 nu quunama.

Teesson keenya: Dambi Doolloo, Gamoo obbo Daanyee G/Mikaa'el irra.

05/02/2026

Oda Printing and Advert

ODUU GAMMACHIISAA..........Oda Printing and Advert  👈follow godhaa
04/02/2026

ODUU GAMMACHIISAA..........

Oda Printing and Advert 👈follow godhaa

Nagaan isiniif Haa ta'u!Travel Mug/Mug Imalaa 600mlQaruuraa 600 ML fudhachuu kan danda'u.  suuraa qulqullina olaanaa qab...
02/02/2026

Nagaan isiniif Haa ta'u!

Travel Mug/Mug Imalaa 600ml

Qaruuraa 600 ML fudhachuu kan danda'u. suuraa qulqullina olaanaa qabu, asxaa, ykn barreeffamoota gara garaa irratti nii maxxansina; mana barumsaa, shaakala ispoortii, ykn imala garaa garaaf, akkasumas sochiiwwan hawaasummaa adda addaafi kkf kan gargaaru Qaruuraa dhugaatii qabachuuf gaarii ta'eedha.
Mana Maxxansaa fi Beeksisaa Odaa

Mana Maxxansaa fi Beeksisaa Odaa, T-shirt dizaayinii adda addaa qulqullinaa fi saffisa qabuun nii maxxansina.✝️Ajaja hed...
02/02/2026

Mana Maxxansaa fi Beeksisaa Odaa, T-shirt dizaayinii adda addaa qulqullinaa fi saffisa qabuun nii maxxansina.
✝️Ajaja hedduudhaaf hir’ina qarshii addaa qabna.
☎️Bilb:0919371690
🎯Teessoon:D/Doolloo, Gamoo Obbo Daanyee G/Mikaa'el irra.
Akkuma yaada keessaniitti nii Maxxansina.

Address

Ethiopia
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oda Printing and Advert posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share