eenyummaa koo after February 4 2025

eenyummaa koo after February 4 2025 Hope Holder Behavour

18/03/2025

Manni marichaa walgahiisaa idilee 20ffaa bor gaggeessa****Gaazexaa Bariisaa Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walgahii i...
18/03/2025

Manni marichaa walgahiisaa idilee 20ffaa bor gaggeessa
****
Gaazexaa Bariisaa
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walgahii idilee 20ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 4ffaa bor gaggeessa.

Manni marichaa walgahiisaa idilee bor gaggeessuun, wixinee labsii Hoggansa Sodaa Balaa Itoophiyaa qorachuuun niraggaasisa jedhamee eegama.
Bitootessa 8,2017

mootummaan keenyaa Magaalaa jiruuf jireenya hawaasa keenyaaf mijattuu fi magaalaa dhaloonni boruu keessatti boqotu ijaar...
18/03/2025

mootummaan keenyaa Magaalaa jiruuf jireenya hawaasa keenyaaf mijattuu fi magaalaa dhaloonni boruu keessatti boqotu ijaaruuf mul'ata qabatee milkeessuuf halkanii guyyaa hojjechaa jira.
eyyeen magaaloonni keenyaa yoo hojii bu'uuralee misoomaatiin midhagsinee magaalaa dhaloonnii keessa jiraachuuf hawwan taatii. magaaloonnii keenyaa yoo miidhagan dhaloota mana ormaa caalaa mana ofii jaallatuutu hoomishama,dhaloota biyya ormaa caalaa biyya isaa jaallatuutu baayyata,dhaloota biyyuma isaa keesattii waan haarawa uumuuf yaaduufi hojjatuutu ykn naannoo isaa sakatta'uutu baayyata,dhaloota walii isaa jaallatu dhaloota obbolummaa,namummaa,ollummaa,hawaasummaa...cimsee qabatuutu bayyata kanaaf hanga dandeenyee dhalootaaf naannoo keenyaa haa miidhagsinuu!
------
Babal'inni bu'uuraalee misoomaa jireenya hawaasaa salphisuun guddina ariifataafi itti fufinsa qabu milkeessuu keessatti gahe olaanaa qaba,kanaaf dhalootattii naannoo keenyaa miidhagsinee dhaloota baqa gara biyya ormaa taasisuufi jaalala biyyaa ormaa qabu balleessinee akka biyya isaa jaallatu haa goonuu.

 2008 Cristiano Ronaldo 🤯🐐
18/03/2025



2008 Cristiano Ronaldo 🤯🐐

Address

Ethio-Djibute
Asebe Teferi
9999

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when eenyummaa koo after February 4 2025 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category