Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C Welcome to the Oromia Digital and Cyber Support P.L.C Official page .

ODUU GAMMACHIISAA===================Oromia Digital and Cyber Support P.L.C∆ Namoota dhunfaa, Aktivistoota , Modeelistota...
26/10/2023

ODUU GAMMACHIISAA
===================
Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

∆ Namoota dhunfaa, Aktivistoota , Modeelistota fi Dhaabata Dhunfaa fi Miti Mottummaa hundumaaf!

Yeroon nutii kessaa jirru kun yeroo itti addunyaan akka mandara tokkotti karaa Teekinooloojii bayyinan wal quunamaa jirtuu tahuusa kan beekamuudha! Karaalee kunneenis karaa Midiyaa hawwasumma kannen akka Face book, Telegram, You tube , Instagram, WhatsApp, Twitter, Website, TikTok, E - mail, IMO fi kannen biroodha! Namootni fi dhaabileen Social media kanan gargaaramanii hojii beeksisaa fi kannen biroo hojjettani jireenya isaani geggeffatanis lakkofsa hin qabanii! carraa gurguddaa fi beekamtii addas kannen argatan Youtubeeronni bayyen jiru! Kannen biroonis akkasuma! Account social media fayyadamnu kammiyyu sababa hojii bayyee itttin hojjenuuf egganna addaa barbachisa. Oromia Digital and Cyber Support P.L.C rakkoo kana hubachuun haala kamittuu isin cina jirra yommu jennu gammachuu guddadhanii!

Tajaajilli kenya :

1. Midiyaa hawwasumma kessan kamiyyu secured ni goona.
2. Account kessan sirri kan hin tanee kamiyyu ni hordofna.
3. Password Account kessan yoo dagataan repair ni goona!
4. Account kessanif strong password isin ni maarisisna; yoo haatamees ni hordoofna!
5. Waluumagala akkataa itti hackeerotaa fi malicious software irraa akka itti of eggatan fi kannen biroon isin bira jirra! Nu qunamaa!

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

Telegram : https://t.me/oromiacybersupport

Face book page : Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

E - mail : [email protected]

Ameerikaan iyyattoota DV-2025 fudhachuu eegalte.Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (...
06/10/2023

Ameerikaan iyyattoota DV-2025 fudhachuu eegalte.

Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa har'a sagantaa waggaa Diversity Visa ( ) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.

Akka ibsi Ministeera Dhimma Alaa ibsutti sagantichi akka lakkoofsa Awurooppaatti har’a Roobii October 4 irraa eegalee Kibxata November 7 bara 2023 xumurama.

Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 ta’aniif kaardii magariisaa kenniti.

Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa sagantaa DV kanaaf galmaa’uuf/iyyachuuf kaffaltiin akka hin jirre beeksiseera.

Haa ta’u malee, dorgomtoonni gara fuulduraatti af-gaaffiidhaaf beellama qaban iyyata viizaa idilee osoo hin galchin dura kaffaltii iyyannoo viizaa kaffaluun dirqama ta’a.

Dorgomtoonni kunniin Viizaadhaaf ga'aa ta'uun isaanii Offiseera kaawonsilarootaatiin kan murteeffamu ta'a.

Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu. Yeroodhaan Daftanii galmahuu dandessu! fi E mail address kessan mijeefachuun amuma nu ergaa!

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

Bilbila : 09 46 91 73 13

Face book page : Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

E - mail : [email protected]

  hawaasaa kanneen akka Telegram, YouTube, Facebook sababa uggura ji'oota dura kaa'ameen VPN malee hojjechuu dhaabuun ni...
17/07/2023

hawaasaa kanneen akka Telegram, YouTube, Facebook sababa uggura ji'oota dura kaa'ameen VPN malee hojjechuu dhaabuun ni beekama.

Garuu sa'aatii muraasa dura har'a marsariitiiwwan miidiyaa hawaasaa kun VPN malee hojjechaa akka jiran mirkaneessuu danda'ameera. Maamiltonni kenya garuu VPN akka fayyadamtan isin gorsina.

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

Artificial intelligence jechuun maalii? • Artificial intelligence dame saayinsii koompiyuutera (computer science) isa ba...
16/07/2023

Artificial intelligence jechuun maalii?
• Artificial intelligence dame saayinsii koompiyuutera (computer science) isa baldhaa kan
ta’eefi kan inni irratti xiyyeeffatu maashinoota qaxalee (smart) ta’an hojjechuudha; ta’us
ciminna ykn dandeetti dhala namaa kan barbaadani dha kana jechuun ilmi nama
program hanga isaan godhutti alatti hin hojjeten yookaan immoo dandeetti mataa isaanii
akka dhala namaa hin qaban jechuudha. AI yeroo baayye kan irratti hundaa’uu yookaan
immoo hundeen isaa ‘‘machine learning’’ fi ‘‘ deep learning’’ dha. Maalummaa isaan
lamaan kanaa fuulota itti aanan irratti kan argattan ta’a.
• Keessattuu rakkoon yeroo baay’ee ilaallamu namoonni baay’een ‘’artificial intelligence’’
yommuu jedhamu sammuu isaanii dura kan dhufu ‘’Robot’’dha. Garuu robot kutaa AI
keessaa isa tokko malee AI wajjiin tokko miti. Nuti sirritti hin ilaallu malee jireenya keenya
keessatti guyyaa guyyaan hojii irra oolaa jira. Fakkeenyaaf:-GPS system, Google assistant,
SIRI ishee mobile apple keessa jirtu, facial recognition, drone, driveless car, autopilot
plane, fi k.k.f eeruun ni danda’ama

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

01/06/2023

JALQABBII MIIDIYAA HAWWAASA.

Miidiyaan Hawwaasaa kun bara garaagaraa jalqabe

➡ Google bara 1996 nama Larry Page jedhamun hundaa'e

➡Facebook bara 2005 nama mark Zuckerberg hundeeffame

➡ Instagram bara 2010 nama Kevin Systrom jedhamun hundaa'e

➡ Yahoo bara 1994 nama Jerry yang jedhamuun hundaa'e.

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

08/05/2023



Sanbata dhufu irraa eegalee lootarii DV bara 2024 ifa ni godhama.

Ameerikaan lammiilee Carraa Dv bara 2024 guutan Sabata Ebla 28, 2015 irraa eegalee filatamuu fi dhiisuu isaanii baruu akka danda’an beeksifte.

Imbaasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu fuula tiwiitara isaa irratti ergaa maxxanseen Lootarii Divii bara 2024 kan Onkoloolessa fi Adoolessa darbe karaa interneetiin guutame irratti mo'attoonni Sanbata xiqqaa dhufu kan ifooman ta'uu beeksiseera.

Haaluma kanaan; Iyyattoonni lakkoofsa addaa ykn koodii iyyatan marsariitii Lootorii DV irratti galchuun injifachuu fi dhiisuu isaanii ilaaluu akka danda’an himameera.

Imbaasichi itti dabaluudhaan; Lootorii DV injifattaniittu jechuun gowwoomsitoonni Yaalii godhaa waan jiraniif hawaasni of eegganno akka godhan dhaamsa dabarsee jira.

Iyyattoonni marsariitii DV Lottery ow.ly/9E7A50O7plm seenuudhaan carraa isaanii filatamuu fi dhiisuu isaanii lakkoofsa dhoksaa ykn Koodii galchuun ilaaluu ni danda'u.

Ameerikaan waggaa waggaan namoota 50,000 addunyaa kanarraa karaa "diversity visa" ykn lootarii DV dhaan lammiilee Afrikaa, Eeshiyaa, Awurooppaa, Ameerikaa Kaabaa, Ameerikaa Kibbaa fi Awustiraaliyaa irraa gara biyya ishee galchiti.

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf Page keenya Loke gochuu hin dagatinaa.

Oromia Digital and Cyber Support P.L.C

The entry period for the DV-2024 Diversity Visa Program was between October 5, 2022 and November 8, 2022. Entries are not being accepted at this time.

Address

Bole Medanialem
Addis Ababa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Digital and Cyber Support P.L.C posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Digital and Cyber Support P.L.C:

Share