Falmata Degefa

Falmata Degefa Contracter

20/07/2022

"Fuula kee ilaaleen
Kan siif ta'u beeka
Mataa kee caalattin
galma siif akeeka"

Naan jettee dirqamaan
Natti hin fe'in ba'aa
Kaayyoo koo nan beeka
Galma koos nan ga'a!

Gurraachaan adii jedhee
Ragaa sobaa siif ba'uu
Hin deemu dhaddachakee
Nama taajjabbii ta'uu

Dhalootaafan dhaladhe
Akkasittan amanaa
Ejjannoon koo jabaadha
Hin raafamu namana

Karaansaa dheeratus
Gaaraaf goda bu'ee
Maali yoon kaayyoo koof
Yeroo meeqa du'e!

Na nyaachuuf hamuummattee
Osoo eegduu qalma koo
Nan amana gaaf-tokko
Akkan ga'u galmakoo!

Isatu naaf maseensa
Summii lootuufi bofaa!
Homtuu nan gufachiisu
Hirkoon koo Rabbiin qofa

Mee yaa yaartu ilaali leenca dhugafi deemu.Si nyaate yaa ofi hin beeknee
27/09/2021

Mee yaa yaartu ilaali leenca dhugafi deemu.Si nyaate yaa ofi hin beeknee

14/06/2021

Namni nama ta'ee akkamiti namafi rifatuu dhabaa??????Yaa pp G2faa

Warri oromoo adunyaa irraatti maqaa balees'udhaaf burijajjeessa jiraan akka ofumaafi burijajjaa jiraan raga'aa ofiirraat...
23/11/2019

Warri oromoo adunyaa irraatti maqaa balees'udhaaf burijajjeessa jiraan akka ofumaafi burijajjaa jiraan raga'aa ofiirraati ba'aa jiruu.

Address

Falmataa
Addis Ababa

Telephone

+251924846468

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmata Degefa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category