Mîrkāñî Hārārgē Ōffīcîâl

Ati Haasawaa fii bareedina fuula namaa laaltee jaalatta garuu rabbiin fokkina qalbii isaanii argeeti sirraa fageesse!.��

10/05/2026

Dubbbiin dhugaa maalummaa keetii fi waan Rabbiin sitti beekuudha; namaaf hin dhiphatin. 🌴📖

28/04/2026

I got over 100 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

20/04/2026

قَالَ رَسُولُ اللَّه ﷺ:

لا يَدْخُلُ الجنةَ الجَواظُ، ولا الجَعْظَرِيُّ.

16/04/2026

Alhamdulillaah
Waan Rabbiin godhe bareedduu malee fokkottuu hin qabdu. Hunda waan Rabbiin godhee jaalanne 🫶🙏

Taphataan kubbaa miilaa jaalatamaan Sadio Mane dubartoonni hedduun "why don't you married/ati maaliif hin fuune?!" Gaaff...
16/04/2026

Taphataan kubbaa miilaa jaalatamaan Sadio Mane dubartoonni hedduun "why don't you married/ati maaliif hin fuune?!" Gaaffii jattuun akka rabbashaa jiran dubbata. Innis gaaffii tana "Bilaash Hin xaarinaa. Ani dhalaa Facebook, Twitter, Tiktok fayyadamtu osoon tahin intala salaata Rabbii fi Quraana malee quba hin qabne, intala Rabbi sodaattu fuudhuu barbaada" jachuun akka deebisuuf himeera. Maasha Allah!
Mîrkâñî Härârgê

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mîrkāñî Hārārgē Ōffīcîâl posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mîrkāñî Hārārgē Ōffīcîâl:

Share