Laga Haamaa poosti

Laga Haamaa poosti Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Laga Haamaa poosti, Computer Company, line, Dubai.

12/05/2020

Sabboonummaan
Oromummaadha
Orumummaan
Dhiiga.
Hubadhaa!!

12/05/2020

Guyyaa 5/ 9/ 2013 tti
# # # # # # # # # # # # # #
Haarawa 11 qabameera
Covid 19 Ethipia keessatti haga ammaatti namoota 261 irra gaheera

20/03/2020

Namoonni koronnaa vaayrasiin qabaman Namoota gara namoota(9) gahee jira.
Of_eeggannoon keessan haalaan cimsadhaa .

16/03/2020

Mm Dr.Abiyii Ahamad Alii guyyoota kudha shaniif Iddoowwan namni itti heddumaatan hundinui Tajaajila hundinuu akka dhaabatu godhee jira
koronaa haalan tamsa,aa waan jiruu
Dhaabbiilee akka mana barnootaa fi iddoo namni itti baayyatu akka dhaabbatu mm labsii dabarsee jira.
Sodaa guddaa. biyya hiyyeetii kana dhabamsiisuu salaphaa waan ta,eef hawaasni Itoophiyaa hundinuu of eeggannoo gochuun barbaachisaadha
Harka keenya sirritti saamunaan dhiqachuun barbaachisaadha

14/01/2020

Qorichi AmaaraaJAWAAR MOHAMMAD akka tahe ni hubbattaami laata
Qorichi igree Abiyyii Ahimad Alii akka tahe ni hubattuumi eeyyee isiniif gala jedheen amana anillee.
Lammaan Magarsaa Injiinara qabsoo akka tahe hubatuu mi
Abiyyiin akka jalqaabaa san hin gahu irbuu sabaa ganee jira fakkaata.

14/01/2020

HAAJI JAWAAR OROMIYAA HUNDA HARKA ISAATTI GALFACHUU SHAKKII KAN QABU JIRAANAAN WARRA MISIYOON DHAQEE OF QORACHUUn ISARRA jirti BEEKAA YAA OROMOO.

14/01/2020

Akkuma gubbaarratti ibsamuuf yaalametti
Haalli siyaasaa yeroo a
mmaa maal irra jira ??
akka jedhanitti
Duriis takkaa haadhaa abbaa keenyaa fi maanguddoota keenyaan abaaramnee hin beeknu jedhe
Takkaa hojii baaneef milkiidhaan malee rabbiin kiyya nan hoongeeysine nedhe
Saba kiyya takkaa salphisee hin beeku jedhe
Kabajaan itti hora malee
Oromoon hundi imaanaa jawaar irratti lakkifatanii jiran
Akka nuti barbaannuu olitti akka nuuf hojjatu abdii guddaa irraa qabna jedhan ummanni oroomoo martinuu.Kanaafuu Jabaadha Jennaan Muumicha miniteera keenya kanaan Oromoo tiyya.

05/01/2020

Alhamdulillaah, Alhmdulillaah, Ahmdulillaah, Yaa_Rabbi Galanni keeti.

Address

Line
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Laga Haamaa poosti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share